Ispoortii
Taphni Piriimeer Liigii Ingilaandi bara 2025/26 xumurame
Finfinnee, Caamsaa 16, 2018 (FMC) - Taphni Piriimeer Liigii Ingilaandi bara 2025/26 shaampiyoonummaa Arsenaaliin xumurameera.
Arsenaal taphoota 38 taphateen taphoota 26 injifachuun, taphoota 7 qixa bahuun, taphoota 5 injifatamee qabxii 85'n waggootta 22 booda shaampiyoonaa ta'eera.
Galchiiwwan 71 lakkoofsisuun galchiiwwan 27 ammoo…
Read More...
Har’i Guyyaa Arseenaal Waancaa isaa harka galfatuudha…
Finfinnee, Caamsaa 16, 2018 (FMC)- Waggootta 22 booda Shaampiyoonaa Piriimeer Liigii Ingiliiz kan ta’e Arseenaal har’a Waancaa isaa fudhata.
Arsenaal waggoota dorgommii sadan darban walitti aansuun liigicharraa sadarkaa 2ffaa kan xumure…
Itiyoophiyaan Waancaa Addunyaan ala taate
Finfinnee, Caamsaa 15, 2018 (FMC) - Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa Umurii 17 gadii Waancaa Addunyaan ala ta'e.
Tapha mo'anii darbuu har'a taphatameen Itiyoophiyaan rukkuttaa adda bahiinsaan Moozaambiikiin injifatamuun…
Nikoo Oraayiliin badhaasa taphataa dargaggeessa cimaa Piriimiyeer Liigii Ingilaandi injifate
Finfinnee, Caamsaa 15, 2018 (FMC) – Taphataan lammii Ingilaandi kilaba Maanchistar Siitii Nikoo Oraayilii badhaasa taphataa dargaggeessa cimaa Piriimiyeer Liigii Ingilaandi injifateera.
Taphataan umrii waggaa 21 akkaadaamii kilabichaa…
Morkii ijibbaataa Itiyoophiyaa vs Moozaambiik…
Finfinnee, Caamsaa 15, 2018 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa Umurii 17 gadii Waancaa Addunyaaf darbuuf har'a galgala Moozaambik waliin morkiin taasisu ni eegama.
Waancaa Addunyaa Umurii 17 gadii Kuwaatar…
Maanchister Siitiin Peep Gaardiyoolaa waliin adda bahuufi
Finfinnee, Caamsaa 14, 2018 (FMC)- Maanchisteer Siitiin xumura bara dorgomichatti Leenjisaa Peep Gaardiyoolaa waliin akka adda bahu beeksiseera.
lammiin Ispeen Peep Gaardiyoolaan turtii ‘Itihaadi waggootta kudhaniin Waancaa 20…
Kaariik leenjisaa dhaabbii Maanchiister Yuunaayitid ta’uun muudame
Finfinnee, Caamsaa 14, 2018 (FMC) – Maanchiister Yuunaayitiid Mikaa’eel Kaariik leenjisaa olaanaa dhaabbii taasisuun muudera.
Kilabichi Mikaa’eel Kaariik hanga bara Faranjootaa 2028tti leenjisaa olaanaa dhaabbii taasisuun muuduu 'Sky…