Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Ramaddiin Waancaa addunyaa Kuwaataar ifoome

Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC) – Ramaddiin tapha kubbaa miilaa Waancaa addunyaa Kuwaataar bara 2022 ifoomeera. Haaluma kanaan:- Kuwaataar, Neezarlaand, Seeneegaalii fi Ikkuwaadoor ramaddii jalqabaa jalatti yoo ramadamaan, Ingiliz, Ameerikaa, Iraanii fi Weels/Iskootlaadii yookaa Yuukreen keessaa gulaallii kan darban ramaddii 2ffaa,…
Read More...

Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC) – Kilabiin Kubbaa Miilaa Laga Xaafoo Laga Daadhii Priimayeer Liigii Ityoophiyaatti makamuu mirkaneeffate. Tapha xumuraa liigii olaanaatiin Laga Xaafoo Laga Daadhiin, goolii 4fi 0n Sandaafaa…

Gaanaa 2 -1 Ityoophiyaa

Finfinnee, Bitootessa 18, 2014 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa umrii waggaa 20 gita isaa Gaanaan goolii 2 fi 1 injifatame. Garichi tapha Magaalaa Finfinnee Istaadiyeemii Abbabaa Biqilaatti taasiiseen…