Ispoortii
Badhaafamtoota piriimer Liigii Federeeshinii kubbaa Millaa Itiyoophiyaa waggaa 20 gadii, bara 2017
Finfinnee, Guraandhala 18, 2018 (FMC) - Federeeshiniin kubbaa Miillaa Itiyoophiyaa taphattootaa fi qooda fudhattota garee kubbaa millaa waggaa 20 gadii badhaaseera.
Haaluma kanaan:
Taphataa Urjii-Miikiyaas Badhaasoo- Buna Itiyoophiyaa (35,000)
Karra eegaa cimaa - Tinsaa'ee Maarqos - Buna Sidaamaa (20,000)
Galchii hedduu kan lakkoofsise…
Read More...
Taphoota deebii moo’anii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa…
Finfinnee, Guraandhala 17, 2018 (FMC) – Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan har’a taphoonni deebii moo’anii darbuu 4 ni taphatamu.
Har’a halkan sa’aatii 2:45 eegalee Atileetikoo Maadriid Kilab Biruuj waliin taphata.
Kilaboonni lamaan…
Fiigicha Walakkaa Maaraatoonni Meeksikootti gaggeeffameen Atileetonni Itiyoophiyaa injifatan
Finfinnee, Guraandhala 16, 2018 (FMC) – Fiigicha Dorgommii Walakkaa Maaraatoonni Meeksikkoo Guwaadaalaaraatti gaggeeffameen Atileetonni Itiyoophiyaa Koorniyaa lamanuu injifataniiru.
Fiigicha Walakkaa maaraatonni dhiirootaan Atileet…
Maanchister Yuunaayitiid Eevertan waliin…
Finfinnee, Guraandhala 16, 2018 (FMC)- Tapha Pirimeer Liigii Ingiliz torbee 27ffaan Eevertan Dirree isaa irratti Maanchister yuunaayitiid ni keessummeessa.
Injifannoo afur walitti aanse erga galmeessee booda qabxi qixaa kan galmeesse…
Nageellee Arsi fi Arbaa Minciqixa ba’an
Finfinnee, Guraandhala 15, 2018 (FMC)-Sagantaa tapha priimer Liigii CBE Itiyoophiyaa torbee 20ffaan Nageellee Arsii fi Arbaa Minci fixa ba'aniiru.
Guyyaa sa'aatii 9 irratti Istaadiyeemii Yuunivarsiitii Hawaasaatti tapha taphatameen…
Piriimeer liigii Ingiliiziin Astoon Viilaan Liidis Yuunaayitiid, Cheelsiin ammoo Barnileey waliin…
Finfinnee, Guraandhala 14, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer liigii Ingiliiz torbee 27ffaa har'a taphatameen Biraayitan Bireentifoordi yoo injifatu, Astoon Viilaan Liidis Yuunaayitiid, Cheelsiin ammoo Barnileey waliin qixa bahaniiru…
Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu
Finfinnee, Guraandhala 14, 2018 (FMC) – Taphoonni CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa marsaa 2ffaan har’aa eegaluun taphatamu.
Taphoonni torbee 20ffaa kun tapha har’a waaree booda sa’aatii 9:00 eegalee Istaadiyeemii Yuunivarsiitii…