Ispoortii
Gareen kubbaa Miillaa Ityoophiyaa tapha ramaddii jalqabaa Waancaa Afrikaa har’a galgala taasisa
Finfinnee, Amajjii 1, 2014 (FBC) - Gareen kubbaa Miillaa biyyaalessaa Ityoophiyaa tapha ramaddii jalqabaa Waancaa Afrikaa har’a galgala sa’aatii 4:00 irratti ni taasisa.
Garichi garee gitasaa Keeppi Verdee waliin kan taasisu ta’uu ibsameera.
Ramaddicharraa Kaameeruunii fi Buurkinafaasoonn sa’aatii 1:oo irratti tapha baniinsaa ni taasisu.…
Read More...
Waancaan Afrikaa 33ffaan har’a Kaameeruunitti ni eegala
Finfinnee, Amajjii 1, 2014 (FBC) - Waancaa Afrikaa 33ffaa bara kana gaggeeffamuun biyyoonni 24 ramaddii 6'tti qoodamanii waliin morkatu.
Taphattoonni liigoota gurguddoo biyyoota Awurooppaa keessatti maqaa gaarii qaban kanneen akka:-…
Gareen Kubbaa Biyyaalessa Ityoophiyaa boru tapha jalqabaa Waancaa Afrikaa Keeppi Vardee waliin ni…
Finfinnee, Muddee 30, 2014 (FBC) - Leenjisaan olaanaan Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa Wubatuu Abaatee fi dursaan garicha Geetaanehi Kabbadaan qophii garichaa fi haala waqtaawaa ilaalchisee ibsa laataniiru.
Garee gaarii…
Dorgommii Fiigichaa Xaaliyaaniitti gaggeeffameen Atileetonni Ityoophiyaa injifatan
Finfinnee, Muddee 29, 2014 (FBC) – Dorgommii Fiigichaa qaxxaamura biyyaa Xaaliyaaniitti gaggeeffameen Atileetonni Ityoophiyaa injifatan.
Dorgommichaan Atileet Daawwit Siyyumii fi Yihuunee Addisuu 1ffaa ba’uun injifataniiru.
Dorgommii…
Feestivaalli Ispoortii Aadaa Magaalaa Finfinnee Hurufa Boombiitti eegale
Finfinnee, Muddee 27, 2014 (FBC) – Feestivaalli Ispoortii Aadaa 12ffaan gosa Ispoortii 10 dorgomamu Magaalaa Finfinnee Hurufa Boombiitti eegaleera.
Ispoortiin aadaa bu’uura Ispoortii ammaayyaa ta’uu isaan kunuunsuu fi…
Sochiin Ispoortii hawaasa Diyaaspooraa fi waldaalee Ispoortii magaala Finfinnee hirmaachise…
Finfinnee, Muddee 24, 2014 (FBC) - "Hirmaannaan Diyaasporaa Injifannoo Biyyoolessaatiif " mata duree jedhuun Sochiin Ispoortii hawaasa Diyaaspooraa fi waldaalee Ispoortii Magaalaa Finfinneetti geggeeffame.
Itti aanaa Kaantiibaa…
Fiigicha daandirraa Kiiloo Meetira 5 gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa riikkardii cibsuun…
Finfinnee, Muddee 23, 2014 (FBC) – Fiigicha daandirraa Kiiloo Meetira 5 gaggeeffameen Atleet Barrihuun Aragaawii fi Atleet Ijjigaayyoo Taayyee riikkardii fageenyichaa fooyyeessun injifatan.
Fiigicha fageenya Kiiloo Meetira 5 guyyaa…