Ispoortii
Meeksiikoo 0- Poolaand 0
Finfinnee, Sadaasa 13, 2015(FBC)- Taphni Kubbaa Miillaa Waancaa Addunyaa 22ffaa Meeksiikoo fi Poolaand gidduutti gaggeeffame goolii malee goolabame.
Taphni garee biyyoota lameen gidduutti Istaadiyeemii “974”tti taphatame goolii malee qixa xumurameera.
Taphichaan Poolaand carraa rukuttaa adabbii argatte gara gooliitti jijjiiruu hin dandeenye.…
Read More...
Kiristaanoo Roonaaldoon Maanchistar Yuunaatid gadi lakkisuufi
Finfinnee, Sadaasa 13, 2015(FBC)- Kiristaanoo Roonaaldoon Waliigalteen kilabii Maanchistar Yuunaatid gadi lakkisuuf ta’uu kilabichi ibse.
Kiristaanoo Roonaaldoon Kilaba Maanchistar Yuunaayitid irraa waliigalteen adda bahuuf ta'uu…
Tuuniziyaa 0 – Deenimaark 0
Finfinnee, Sadaasa 13, 2015(FBC)- Tapha Kubbaa Miillaa Waancaa Addunyaa 22ffaa Tuuniziyaafi Deenimaark gidduutti gaggeeffameen gareen lameen goolii malee qixa ba’an.
Tapha ramaddii 4ffaan garee biyyoota lameenii gidduutti istaadiyeemii…
Seeneegaal 0 – 2 Neezarlaand
Finfinnee, Sadaasa 12, 2015 (FBC) – Taphni Waancaa Addunyaa shaampiyoonaa Afrikaa Seeneegaalii fi Neezarlaandi gidduutti Istaadiyeemii Al Tumaamaatti taphatame olaantummaa Neezarlaadiin xumurame.
Neezarlaandi goolii Gakpo daqiiqaa 84ffaa…
Ingilaandi 6 – 2 Iraan
Finfinnee, Sadaasa 12, 2015 (FBC) – Taphni waancaa Addunyaa 22ffaan Istaadiyeemii Idil addunyaa Kaliifaatti Ingilaandii fi Iraan gidduutti taphatame olaantummaa Ingilaandiin xumurameera.
Bukaayoo Saakaan daqiiqaa 42ffaa fi 62ffaarratti…
Waancaa Addunyaan har’a taphoonni 3 ni taphatamu
Finfinnee, Sadaasa 12, 2015 (FBC) – Waancaa Addunyaan har’a Ingilaandi Iraan waliin, Seeneegaal Neezarlaand waliin, Ameerikaan Weelsi waliin ni taphatu.
Tapha waancaa Addunyaa 22ffaa Kuwaataaritti gaggeeffamaa jiruun har’a taphoonni 3…
Kuwaataar 0 – 2 Ekkuwaadoor
Finfinnee, Sadaasa 11, 2015 (FBC) – Taphni baniinsa Waancaa Addunyaa 22ffaan Kuwaataarii fi Ekkuwaadoor gidduutti taphatame olaantummaa Ekkuwaadooriin xumurameera.
Taphataan Feenarbaachee Enner Vaaleenshiyaan daqiiqaa 16ffaa fi…