Ispoortii
Shaampiyoonaan Atileetiksii Itiyoophiyaa 55ffaan gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Bitootessa 15, 2018 (FMC) – Dorgommiin Shaampiyoonaa Atileetiksii Itiyoophiyaa 55ffaan Istaadiyeemii Idil-addunyaa Adey Ababaatti guyyaa har'aa gaggeeffamuu eegaleera.
Dorgommii kana irratti Atileetonni kumni 1 ol naannolee 9, bulchiinsota magaalaa lameenii fi kilabiiwwan 36 irraa walitti babba’an hirmaachaa jiru.
Atileetota…
Read More...
Maanchiister Siitiin Waancaa Kaaraabaa’oo injifate
Finfinnee, Bitootessa 13, 2018 (FMC) – Maanchiister Siitiin Arsenaal injifachuun shaampiyoonaa Waancaa Kaaraabaa'oo ta'eera.
Siitiin galchii 2 fi 0'n Arsenaal injifachuun shaampiyoonaa ta'eera.
#Oromia #Ethiopia
Dubartoonni ogummaan jiraatu; ofitti amanamummaan hojjetu; ni danda’us – Kantiibaa Adaanech…
Finfinnee, Bitootessa 13, 2018 (FMC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech Abbeebbee, har’a ganama fiigicha daandii irraa kiiloomeetira 5 dubartoonni 16,000 irratti hirmaatan eegalchiisaniiru.
Kantiibittiin yeroo kanatti akka…
Maanchister Siitii moo Arsienaal? Tapha Xumuraa Hawwiin Eegamu
Finfinnee, Bitootessa 13, 2018 (FMC) – Taphni xumuraa Waancaa Kaaraabaa'oo Ingilaand galgala har’aa Istaadiyeemii Weembileetti Maanchister Siitii fi Arsinaal gidduutti ni taphatama.
Kilabootni lamaan waancaa jalqabaabara dorgommiichaa…
Biraayitan 2 – 1 Liiverpuul
Finfinnee, Bitootessa 12, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 31ffaa har'a taphatameen Biraayitan Liiverpuul injifate.
Biraayitan galchii 2 f 1'n Liiverpuul injifateera.
Daanii Weelbeek galchiiwwan laman Biraayitan…
Shaampiyoonaan Atileetiksii Itiyoophiyaa 55ffaan Bitootessa 15 – 20, 2018 gaggeeffama
Finfinnee, Bitootessa 12, 2018 (FMC) – Shaampiyoonaan Atileetiksii Itiyoophiyaa 55ffaan Bitootessa 15 - 20, 2018 Istaadiyeemii Aday Ababaatti gaggeeffama jedhe Federeeshiniin Atileetiksii Itiyoophiyaa.
Shaampiyoonichi yeroo jalqabaaf…
Piriimeer Liigii Ingiliziin har’a taphoonni afur ni taphatamu
Finfinnee, Bitootessa 12, 2018 (FMC)- Taphoota Piriimeer liigii Ingilizii torbee 31ffaan har’a taphoonni afur ni taphatamu.
Hirmaannaa Shaampiyoonsii Liigii bara dhufuu argachuuf Liiverpuul gara Istaadiyeemii Ameerikaa Exiispireesitti…