Ispoortii
Guyyaan Piriimeer Liigiin Ingilaandi bara 2026/27 itti eegalu ifoome
Finfinnee,Waxabajjii 12, 2018 (FMC) – Guyyaan taphoonni Piriimeer Liigiin Ingilaandi bara 2026/27 itti eegalu ifoomeera.
Haaluma kanaa taphni torbee jalqabaa bara Faranjootaa Hagayya 21, 2026 tapha Arsenaal halkan sa’aatii 4:00 Kovanterii Siitii waliin taasisuun eegalama.
Hagayya 22, 2026 waaree booda sa’aatii 8:30 eegalee Haal Siitiin…
Read More...
Waancaa Addunyaan taphoonni marsaa 2ffaa har’a itti fufuun ni taphatamu
Finfinnee,Waxabajjii 12, 2018 (FMC) – Taphoota marsaa 2ffaa Waancaa Addunyaa 23ffaan har’a Ameerikaan Awustiraaliyaa waliin morkatti.
Tapha marsaa jalqabaan Paaraaguwaay galchii 4 fi 1’n kan injifatte Ameerikaan har’a halkan sa’aatii…
Bernaardoo Siilvaan Riyaa Maadriidiif mallatteesse
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2018 (FMC) – Lammiin Poorchugaal taphataan sarara gidduu Bernaardoo Siilvaan Riyaa Maadriidiif mallatteesseera.
Waggoottaan darban Maanchister Siitii keessatti yeroo gaarii kan dabarse Bernaardoo Siilvaan…
Waancaa Addunyaan morkiin har’a Poorchugaal DR Koongoo waliin taasiftu ni eegama
Finfinnee,Waxabajjii 10, 2018 (FMC) – Waancaa Addunyaa 23ffaan morkiin har’a Poorchugaal, DR Koongoo, Ingilaandii ammoo Kirooshiyaa waliin taasisan ni eegamu.
Galgala sa’aatii 2:00 eegalee morkiin Poorchugaalii fi Rippaablika…
Tuniziyaan leenjisaa haaraa muudde
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2018 (FMC) – Tapha Waancaa Addunyaa irratti hirmaachaa kan jirtu Tuniziyaan tapha jalqabaa ramaddii ishee keessaatti taphatte waan mo'amteef leenjisaa haaraa muuduuf dirqamteetti.
Siwidiniin 5 fi 1'n erga…
Tapha Faransaay fi Seeneegaal…
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2018(FMC)- Tapha waancaa Addunyaa bara 2026 qopheessummaa Ameerikaa, Meeksiikoofi Kaanaadaan gaggeeffamaa jiruun guyyaa har’aas taphoonni marsaa jalqabaa itti fufanii ni taphatamu.
Ramaddii 9 jalatti kan argamtu…
Tapha Ispeen fi Keeppi Verdee…
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2018(FMC)- Taphoonni marsaa jalqabaa waancaa addunyaa guyyaa har’aas itti fufanii ni taphatamu.
Ramaddii 8 irraa Ispeen fi yeroo jalqabaaf waancaa addunyaa irratti kan hirmaatte Keeppi Verdeen galgala sa’aatii…