Ispoortii
Arsenaal Cheelsii injifachuun dursummaa isaa cimsate
Finfinnee, Guraandhala 22, 2018 (FMC) –Morkii darbii Landaniin Arsenaal Cheelsii injifachuun dursummaa isaa cimsateera.
Arsenaal galchii 2 fi 1'n Cheelsii injifateera.
Arsenaal qabxii 64'n liigicha yoo dursu, Siitiin qabxii 59'n 2ffaa fi Maanchiister Yuunaayitiid qabxii 51'n sadarkaa 3ffaa qabataniiru.
#Oromia #Ethiopia
Read More...
Maanchiister Yuunaayitiid Kiristaal Paalaas injifachuun sadarkaa isaa gara 3ffaatti fooyyeffate
Finfinnee, Guraandhala 22, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingiiliiz torbee 28ffaa galgala kana taphatameen Maanchiister Yuunaayitiid Kiristaal Paalaas injifachuun sadarkaa isaa gara 3ffaatti fooyyeffateera.
Yuunaayitiid duubaa…
Falmii Arsenaali fi Cheelsii …
Finfinnee, Guraandhala 22, 2018 (FMC)- Pirimeer liigii Ingiliiz torbee 28ffaan taphni har’a Arsenaalii fi Cheelsii gidduutti taasifamu akkaan eegama.
Dursaan liigichaa Arsenaal dursummaa isaa cimsachuuf taphni har’a Cheelsii waliin…
Liivarpuul Westihaam Yuunaaytidiin injifate
Finfinnee, Guraandhala 21, 2018(FMC)- Sagantaa Piriimiyar Liigii Ingilaandi torbee 28ffaan Liivarpuul Weestihaam Yunaayitidiin 5fi2'n injifateera.
Galgala sa'aatii 12 irratti tapha taphatameen Hugoo Ekitiikee, Varjiil Vaan Daayik, Maak…
Taphni Maanchistar Siitiifi Liidsi Yuunaaytid ni eegama
Finfinnee, Guraandhala 21, 2018 (FMC) – Piriimer Liigii Ingiliz torbee 28ffaan Maanchistar Siitiin garaagarummaa qabxii dursaa liigichaa Arsenaal waliin qabu dhiphisuuf Liidsi Yuunaayiti waliin ni morkata.
Liigichaan guyyaa har’aa…
Piriimeer Ingiliiziin har’a Woolviis Astoon Viilaa keessummeessa
Finfinnee, Guraandhala 20, 2018 (FMC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 28ffaan tapha har’a Woolviis Astoon Viilaa keessummeessuun eegalamu.
Piriimeer Liigichaan sadarkaa dhumaarratti kan argamu Woolviis har’a halkan…
Ramaddiin moo’atanii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa ifoome
Finfinnee, Guraandhala 20, 2018 (FMC) – Ramaddii moo’atanii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan Maanchiister Siitiin Riyaal Maadriid waliin ramadame.
Ramaddii har’a ifoomeen:-
PSG – Cheelsii,
Gaalaataasaraay – Liiverpuul,…