Ispoortii
Tapha Maanchistar Yuunaaytid sadarkaa isaa fooyyeffachuuf taphatu
Finfinnee, Sadaasa 25, 2018 (FMC) - Tapha xumuraa Sagantaa Piriimiyar Liigii Ingilaandi torbee 14'n har’a galgala Maanchistar Yuunaaytid Weestihaam Yuunaaytid walin taphata.
Tapha Maanchistar Yunaaytid galgala sa'aatii 5 iratti Oldi Tiraafoorditti Westihaamiin keessummeessu kana yoo mo'ate qabxii isaa gara 24tti ol guddisuun sadarkaa 5ffaa…
Read More...
Arsenaal Bireentifoordiin injifachuun dursummaa isaa cimsate
Finfinnee, Sadaasa 24, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeerliigii Ingiliiz torbee 14ffaa halkan kana taphatameen Arsenaal Bireentifoordi injifateera.
Arsenaal galchii 2 fi 0'n Bireentifoordi injifachuun dursummaa isaa cimsateera.
Milkeel…
Piriimeerliigii Ingiliiz torbee 14ffaan har’a taphoonni 6 ni taphatamu
Finfinnee, Sadaasa 24, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 14ffaan taphni har’a Arsenaal Bireenfoordiin keessummeessu ni eegama.
Har’a halkan sa’aatii 4:30 jalqabee dursaan Liigichaa Arsenaal Bireentifoord waliin…
Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa umrii waggaa 17 gadiif badhaasni Birrii miiliyoona 10…
Finfinnee, Sadaasa 23, 2018 (FMC)- Ministeerri Aadaafi Ispoortii Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa umrii waggaa 17 gadiif badhaasa Birrii miiliyoona 10 kenne.
Ministeerichi Garichi waancaa Afrikaaf darbuu sababeeffachuun…
Taanzaaniyaan waancaa seekaafaa injifatte
Finfinnee, Sadaasa 23, 2018 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Taanzaaniyaa umrii waggaa 17 gadii gita isaa Ugaandaa injifachuun shaampiyoonaa waancaa biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa ta’eera.
Taphoota gulaallii seekaafaa…
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa umrii waggaa 17 gadii waancaa Afrikaaf darbuu…
Finfinnee, Sadaasa 23, 2018 (FMC)- Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa umrii waggaa 17 gadii waancaa Afrikaaf darbuu hordofee Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaan ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru.
Obbo…
Itiyoophiyaan Waancaa Afrikaa 2026’f dabarte
Finfinnee, Sadaasa 23, 2018 (FMC) – Tapha sadarkaa seekaafaa har’a taphatameen gareen kubbaa miilaa biyyaalessaa Itiyoophiyaa umrii waggaa 17 gadii gita isaa Keeniyaa injifachuun waancaa Afrikaaf darbuu mirkaneeffate.
Itiyoophiyaan…