Ispoortii
Liivarpuul Leenjisaa Arna Islootiin gaggeesse
Finfinnee, Caamsaa 22, 2018(FMC)- Kilabni Ingiliz Liivarpuul leenjisaa Arna Islootiin gaggeessuu ifoomseera.
#Oromia #Ethiopia
Read More...
Midira Gannat Shiree 1 – 1 Hadiyyaa Hoosaa’iinaa
Finfinnee, Caamsaa 21, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 34ffaa har'a taphatameen Midira Gannat Shireen Hadiyyaa Hoosaa’inaa waliin qabxii qoodate.
Taphni har’a waaree booda sa’aatii 9:00 eegalee…
Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu
Finfinnee, Caamsaa 21, 2018 (FMC) - Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 34ffaan har'a taphoonni 4 ni taphatamu.
Waaree booda sa'aatii 7:00 eegalee Istaadiyeemii Finfinneetti Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa Itiyoo…
Bunni Sidaamaa xumura waancaa Itiyoophiyaaf darbe
Finfinnee, Caamsaa 18, 2018 (FMC)- Bunni Sidaamaa Itiyoophiyaa Madin injifachuun tapha xumuraa Waancaa Itiyoophiyaaf darbeera.
Tapha sa'aatii 9 irraa eegalee istaadiyeemii Abbabaa Biqilaatti taphatameen sa'aatii idileetti 2fi 2'n qixa…
AC Miilaan leenjisaa Maasii Miiliyaanoo Aleegiriin waliin gargar bahe
Finfinnee, Caamsaa 17, 2018 (FMC) – Kilabni Xaaliyaanii AC Miilaan leenjisaa kilabichaa Maasii Miiliyaanoo Aleegiriin waliin gargar baheera.
Miilaan tapha xumuraa Seeriyaa A bara kanaan Kaagiliiyaariin galchii 2 fi 1’n injifatamuu…
Taphni Piriimeer Liigii Ingilaandi bara 2025/26 xumurame
Finfinnee, Caamsaa 16, 2018 (FMC) - Taphni Piriimeer Liigii Ingilaandi bara 2025/26 shaampiyoonummaa Arsenaaliin xumurameera.
Arsenaal taphoota 38 taphateen taphoota 26 injifachuun, taphoota 7 qixa bahuun, taphoota 5 injifatamee qabxii…
Har’i Guyyaa Arseenaal Waancaa isaa harka galfatuudha…
Finfinnee, Caamsaa 16, 2018 (FMC)- Waggootta 22 booda Shaampiyoonaa Piriimeer Liigii Ingiliiz kan ta’e Arseenaal har’a Waancaa isaa fudhata.
Arsenaal waggoota dorgommii sadan darban walitti aansuun liigicharraa sadarkaa 2ffaa kan xumure…