Ispoortii
Shaampiyoonaan tapha Kubbaa Miilaa Magaalota godina Jimmaa eegale
Finfinnee,Waxabajjii 6, 2018 (FMC) – Godina Jimmaatti Shaampiyoonaan tapha Kubbaa Miilaa bulchiinsa magaaloota 33 hirmaachise eegalameera.
Itti gaafatamaan Waajjira Dargaggoofi Ispoortii godina Jimmaa obbo Nagumaa Makonniin, kaayyoon dorgomichaa dargaggoota gahumsa qabaniifi godinaafi naannoo bakka bu'an horachuudha jedhan.
Gareen…
Read More...
Waancaa Addunyaan har’a taphoonni lama ni taphatamu
Finfinnee,Waxabajjii 6, 2018 (FMC) –Waancaa Addunyaa 23ffaa Ameerikaa, Kaanaadaa fi Meeksikoon waloon qopheessan oolmaa guyyaa 3ffaan har’a taphoonni lama ni taphatamu.
Halkan sa’aatii 4:00 eegalee Qaataar Siwiizarlaandi waliin taphatti.…
Waancaa Addunyaan har’a Kaanaadaan Boosiniyaa waliin taphatti
Finfinnee,Waxabajjii 5, 2018 (FMC) – Taphoota Waancaa Addunyaa 23ffaan oolmaa guyyaa 2ffaan har’a Kaanaadaan Boosiniyaa waliin taphatti.
Taphni kun har’a halkan sa’aatii 4:00 eegalee Istaadiyeemii Tooroontootti taphatama.
Biyyoonni…
Oomaar Artaan tapha xumuraa Waancaa suuppar Kaappii Awurooppaa akka taphachiisu filatame
Finfinnee,Waxabajjii 4, 2018 (FMC) – Lammiin Somaaliyaa gara Ameerikaa akka hin seenne dhorkame Abbaan murtii kubbaa miilaa Oomaar Artaan tapha xumuraa Waancaa suuppar Kaappii Awurooppaa akka taphachiisu filatameera.
Dargaggeessi umrii…
Waancaan Addunyaa 23ffaan har’a eegala
Finfinnee,Waxabajjii 4, 2018 (FMC) – Waancaan Addunyaa 23ffaan qopheessummaa Ameerikaa, Kaanaadaa fi Meeksikoon gaggeeffamu har’a halkan sa’aatii 4:00 jalqabee taphatama.
Waancaa yeroo jalqabaaf biyyoonni 3 waloon qopheessan kanarratti…
Abbaa fi ilma waancaa addunyaa irratti
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2018 (FMC) – Liiliyaan Turaam fi Maarkas Turaam abbaa fi ilma yeroo addaddaatti garee biyyaalessaa Faransaay bakka bu'uun tapha Waancaa Addunyaa irratti taphatanii dha.
Gareen biyyaalessaa Faransaay akka…
Abbaaf ilma biyyoota garaagaraa bakka bu’uun Waancaa Addunyaarratti hirmaatan
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2018 (FMC) – Luukaa Zidaan Aljeeriyaa bakka bu’uun waancaa Addunyaa 2026 biyyoonni Kaaba Ameerikaa waloon qopheessanirratti ni hirmaata.
Abbaan isaa Ziinaddiin Zidaan ammoo kana dura Garee Kubbaa Miilaa Faransaay…