Ispoortii
Taphni Juuveentus Maanchister Siitii waliin taasisu hawwiin eegama
Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)- Tapha ramaddii Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 6ffaa guyyaa 2ffaan, taphni Juuventus Maanchister Siitii waliin, Boorshiyaa Dortimandi Baarseloonaa waliin taasisan hawwii olaanaan eegama.
Galgala sa’atii 2:45 irraa eegalee Atileetikoo Maadiriid Biraatiislaavaa waliin akkasumas Liil Saatiruum Giraaz waliin ni…
Read More...
Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan Liiverpuul Giroonaa injifate
Finfinnee, Mudde 1, 2017 (FMC) –Taphoota ramaddii Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 6ffaa halkan kana taphatameen Liiverpuul Giroonaa injifateera.
Liiverpuul galchii 1 fi 0n Giroonaa injifachuun ramaddicha dursuu caalmatti…
Walaayittaa Diichaa 2 – 2 Adaamaa
Finfinnee, Mudde 1, 2017 (FMC) –Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan torbee 11ffaan Adaamaan Walaayittaa Diichaa waliin galchii 2 baheera.
Sintaayyoohu Mangistuu fi Nabiil Nuuriin Adaamaaf galchii tokko tokko yoo lakkoofsisan, Kaarloos Daamxoo…
Liigii Olaanoo Itiyoophiyaan Shaggar Magaala Amboo injifachuun dursummaa isaa cimsate
Finfinnee,Mudde 1, 2017 (FMC) – Taphoota Liigii Olaanoo Itiyoophiyaa torbee 8ffaan Magaalaan Shaggar Magaala Amboo injifachuun dursummaa isaa cimsateera.
Tapha har’a waaree booda sa’aatii 9:00 eegalee gaggeeffameen Kilabni Magaalaa…
Taphoonni shaampiyoons Liigii Awurooppaa marsaa 6ffaan har’aa eegaluun taphatamu
Finfinnee,Mudde 1, 2017 (FMC) – Taphoonni ramaddii shaampiyoons Liigii Awurooppaa marsaa 6ffaan tapha har’a sa’aatii 2:45 eegalee Giroonaan Liiverpuul, Daayinemoo Zaagreeb Seeltik keessummeessaniin eegalama.
Har’a halkan sa’aatii 5:00…
Magaalaa Bahiirdaar 0 – 0 Qidduus Giyoorgis
Finfinnee, Sadaasa 30, 2017 (FMC) –Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 11ffaan taphni magaalaa Bahiirdaarii fi Qidduus Giyoorgis gidduutti taphatame galchii malee qixaan xumurameera.
Machaal taphoota hanga ammaatti taphate 9 niin qabxii…
Tootenhaam 3 – 4 Cheelsii
Finfinnee, Sadaasa 29, 2017 (FMC) –Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandiin torbee 15ffaa halkan kana taphatameen Cheelsiin Tootenhaam injifachuun morkii isaa cimsate.
Cheelsiin galchii 4 fi 3n Tootenhaam injifachuun morkii piriimeer…