Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Cheelsiin Leenjisaa isaa gaggessee

‎Finfinnee, Mudde 23, 2018 (FMC) – Cheelsiin leenjisaa isaa Inzoo Maareeskaan gaggeeseera. Boordiin Kilabichaa turtiin leenjisichaa ilaalchiisee walga’ii har’a gaggeesseen waliigalteen isaa akka addaan citu murteesseera. Hanga bara…

Bunni Itiyoophiyaa Machaal injifate

Finfinnee, Mudde 22, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 12ffaan Bunni Itiyoophiyaa Machaal injifateera. Tapha har’a waaree booda sa’aatii 9:00 jalqabee Istaadiyeemii Finfinneetti taphatameen Bunni Itiyoophiyaa…

Arsenaal 4 – 1 Astoon Viilaa

Finfinnee, Mudde 21, 2018 (FMC) - Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 19ffaa halkan kana taphatameen Arsenaal Astoon Viilaa injifachuun dursummaa isaa cimsate. Arsenaal galchii 4 fi 1'n Astoon Viilaa injifateera. Taphoota biroon…