Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Arsenaal 1 – 0 Barnileey

Finfinnee, Caamsaa 10, 2018 (FMC)–Arsenaal Barnileey injifachuun imala shaampiyoonummaa isaa fiixeen gahe. Galchii Kaayi Haavaarti daqiiqaa 37ffaarratti lakkoofsiseen Arsenaal galchii 1 fi 0'n Barnileey injifachuun shaampiyoonaa liigichaa ta'uuf xumuratti dhiyaatera. Arsenaal qabxii 82'n liigicha yoo dursu, tapha qixxeessituu tokko kan qabu…
Read More...