Ispoortii
Waancaa Afrikaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu
Finfinnee, Mudde 15, 2018 (FMC) – Tapha waancaa Afrikaa Moorookootti gaggeeffamaa jiruun har’a taphoonni 4 ni taphatamu.
Har’a waaree booda sa’aatii 9:30 irraa eegalee Burkiinaa Faasoon Ikkuwaatoriyaal Giinii waliin ni taphatu.
Akkasuma sa’aatii 12:00 irraa eegalee Aljeeriyaan Sudaan, galgala sa’aatii 2:30 irraa eegalee Kootdivowaar…
Read More...
Dimookiraatik Rippaablikni Koongoon Beeniin injifatte
Finfinnee, Mudde 14, 2018 (FMC)- Tapha waancaa Afrikaa ramaddii 4ffaa marsaa jalqabaan Dimookiraatik Rippaablikni Koongoo Beeniin galchii 1 fi 0’n injifatteetti.
Ramaddii kanaan Senegaal Bootiswaanaa waliin sa’aatii galgala sa'aatii…
Tapha waancaa Afrikaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu
Finfinnee, Mudde 14, 2018 (FMC) – Tapha waancaa Afrikaa Moorookootti gaggeeffamaa jiruun guyyaa har’aa taphoonni 4 ni taphatamu.
Har’a waaree booda sa’aatii 9:30 irraa eegalee Rippaabiliikin Dimookiraatawaa Koongoon Beeniin waliin ni…
Tapha waancaa Afrikaan har’a taphoonni sadii ni taphatamu
Finfinnee, Mudde 13, 2018 (FMC) – Tapha waancaa Afrikaa 35ffaan har’a taphoonni sadii ni taphatamu.
Har’a waaree booda sa’aatii 11:00 irraa eegalee Maaliin Zaambiyaa waliin ni taphatu.
Gareen lameen taphoota garaagaraa hanga ammaatti…
Magaalaa Dirre Dawaa fi magaalaan Adaamaa qixa ba’an
Finfinnee, Mudde 12,2018(FMC) - Tapha Piriimiyar Liigii CBE Itiyoophiyaa torbee 10ffaan Magaalaan Adaamaa fi Magaalaan Dirre Dawaa 1 - 1 qixa ba'an.
Guyyaa sa'aatii 7:00 irratti Istaadiyeemii Finfinneetti tapha taphatameen Yaareed…
Itiyoophiyaan Shaampiyoonaa Kaaraatee Afrikaa Bahaa 15ffaa olaantummaan xumurte
Finfinnee, Mudde 12, 2018 (FMC) – Qopheessummaa Itiyoophiyaan gaggeeffamaa kan ture dorgommiin Shaampiyoonaa Kaaraatee Afrikaa Bahaa 15ffaan olaantummaa Itiyoophiyaan xumurameera.
Shaampiyoonaa Kanaan dorgomtoonni Itiyoophiyaa dorgommii…
Taphoonni Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 17ffaan har’aa eegaluun hanga wiixataatti taphatamu
Finfinnee, Mudde 11, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 17ffaa har’aa eegaluun hanga Wiixataatti taphatamaniin falmiin Niwuukaasiil Cheelsii fi Tootanhaam ammoo Liiverpuul waliin taasisan ni eegama.
Har’a waaree booda…