Ispoortii
Shaggar 0 – 1 Maqalee 70 Indaartaa
Finfinnee, Caamsaa 12, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 33ffaa har’a taphatameen Shaggar Maqalee 70 Indaartaan injifatameera.
Tapha har’a waaree booda 7:00 Istaadiyeemii Finfinneetti taphatameen Maqalee 70 Indaartan galchii 1 fi 0’n Magaalaa Shaggar injifateera.
Taphoota hanga ammaatti taphatamaniin…
Read More...
Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu
Finfinnee, Caamsaa 12, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 33ffaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu.
Haaluma kanaan waaree booda 7:00 eegalee Shaggar Istaadiyeemii Finfinneetti Maqalee 70 Indaartaa…
Arsenaal shaampiyoonaa Piriimeer Liigii Ingilaandi ta’e
Finfinnee, Caamsaa 11, 2018 (FMC) –Tapha piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 37 har'a taphatameen Maanchiister Siitiin Boornimaawuuz waliin qixa bahuu hordofee Arsenaal Shaampiyoonaa bara kanaa ta'uu mirkaneeffateera.
Kana hordofee…
Sagantaan jila garee Atileetiksii Itiyoophiyaaf badhaasaafi beekamtii kennuu gaggeeffame
Finfinnee, Caamsaa 11, 2018 (FMC) – Sagantaan jila garee Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa 24ffaa irratti hirmaateef badhaasaafi beekamtii kennuu gaggeeffameera.
Sagantichaan Atileetotaafi leenjistoota…
Boornimawuz fi Maanchiister Siitii
Finfinnee, Caamsaa 11, 2018 (FMC) – Sagantaa Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 37ffaa irratti Maanchiister Siitiin dirree isaan alatti imaluun halkan sa'aatii 3:30 irratti Boornimaawuz waliin ni taphata.
Maanchiister Siitiin dorgommii…
Arsenaal 1 – 0 Barnileey
Finfinnee, Caamsaa 10, 2018 (FMC)–Arsenaal Barnileey injifachuun imala shaampiyoonummaa isaa fiixeen gahe.
Galchii Kaayi Haavaarti daqiiqaa 37ffaarratti lakkoofsiseen Arsenaal galchii 1 fi 0'n Barnileey injifachuun shaampiyoonaa…
Joozee Mooriinhoon leenjisaa Riyaal Maadriid ta’uuf waliigale
Finfinnee, Caamsaa 10, 2018 (FMC) – Leenjisaan duraanii Riyaal Maadriid Joozee Mooriinhoon ammas irra deebiin leenjisaa kilabichaa ta’ee muudamuuf waliigaleera.
Bara kana Beeniifiikaa leenjisaa kan ture, lammiin Poorchugaal Joozee…