Ispoortii
Daandiin qilleensichaa hojilee fakkeenyummaa qabu hojjetaa jira – obbo Masfin Xaasaw
Finfinnee, Caamsaa 9, 2018 (FMC)–Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa hojilee fakkeenyummaa qabu hojjetaa jira jedhan Hoji Raawwachiisaa Olaanaan dhaabbatichaa obbo Masfin Xaasaw.
Damee Kaargoo, Leenjii Aviiyeeshinii fi tajaajilaan hojiilee fakkeenyummaa qabu raawwataa jiraachuu kaasan.
Hojiilee raawwate kanaanis dhaabbata guddicha Afrikaa ta'uu…
Read More...
Itiyoophiyaan dorgommii fiigicha tarkaanfii kiiloomeetira 20’n meedaaliyaa warqee 2 argatte
Finfinnee, Caamsaa 8, 2018 (FMC) – Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa 24ffaan Itiyoophiyaan dorgommii fiigicha tarkaanfii kiiloomeetira 20’n koorniyaa lameeniin meedaaliyaa warqee lama argatte.
Dorgommii fiigicha tarkaanfii kiiloomeetira…
Biruunoo Farnaandeez taphata cimaa Maanchiister Yuunaayitiid jedhame
Finfinnee, Caamsaa 7, 2018(FMC) – Taphataan sarara gidduu Maanchiister Yuunaayitiid Biruunoo Farnaandeez taphata cimaa kilabichaa jedhamuun filatameera.
Yeroo 5ffaaf taphata cimaa kilabichaa jedhameera.
Biruunoo Farnaandez bara taphaa…
Hirmaannaa Shaampiyoonsi Liigii mirkaneeffachuuf morkii Astoon Viilaa fi Liiverpuul gidduutti…
Finfinnee, Caamsaa 7, 2018(FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 37ffaan taphni har’a Astoon Viilaan Liiverpuul keessummeessu ni eegama.
Kilaboonni lamaan qabxii 59 walqixa qabaachuun galchiin walcaalanii sadarkaa 4ffaa fi…
Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaan har’a fiigichi xumuraa Atileetoonni Itiyoophiyaa itti…
Finfinnee, Caamsaa 7, 2018(FMC) – Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa 24ffaa oolmaa guyyaa 4ffaan har'a fiigichi xumuraa Atileetoonni Itiyoophiyaa itti hirmaataan ni gaggeeffamu.
Galgala sa'aatii 2:05 irraa eegalee fiigichi xumuraa…
Itiyoophiyaan madaaliyaa warqee lammaffaa argatte
Finfinnee, Caamsaa7, 2018 (FMC)- Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa 24ffaan Itiyoophiyaan madaaliyaa warqee lammaffaa argatteetti.
Dorgommii xumuraa fiigicha meetira 800 dubartootaan atileet Misgaanaa Haayiluu dursummaan xumuruun…
Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaan Itiyoophiyaan Madaaliyaa Warqee Jalqabaa Argatte
Finfinnee, Caamsaa7, 2018 (FMC)- Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa 24ffaan Itiyoophiyaan warqee jalqabaa argatteetti.
Dorgommii xumuraa meetira 400 dubartootaan atileet Ajaa'ibaa Aliyyuu dursummaan xumuruun Itiyoophiyaaf madaaliyaa…