Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Ingiliiz vs Gaanaa…

Finfinnee,Waxabajjii 16, 2018 (FMC) – Tapha Waancaa Addunyaan har’a morkiin Ingiliiz Gaanaa waliin taasiftu ni eegama. Tapha kana dursee halkan sa’aatii 2:00 eegalee Poorchugaal Uzbeekistaan waliin taphatti. Tapha jalqabaan…

Joordaan 1 – 2 Aljeeriyaa

Finfinnee, Waxabajjii 16, 2018(FMC) - Tapha waancaa Addunyaa 23ffaa ganama kana taphatameen Aljeeriyaan Joordaan injifatte. Aljeeriyaan galchii 2 fi 1'n Joordaan injifachuun carraa tapha moo'anii darbuuf gahuu qabdu bal'ifatte.…

Waancaa Addunyaa 23ffaa…

Finfinnee,Waxabajjii 15, 2018 (FMC) – Waancaan Addunyaa 23ffaan Ameerikaa, Kaanaadaa fi Meeksikoon waloon qopheessan erga eegalee har’a guyyaa 12ffaa isaati. Hanga ammaatti taphoonni 40 taphatamaniiru. Galchiiwwan 121 gareewwan…