Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Dhalattoota Afrikaa lammiilee Ispeen Waancaa Awurooppaarratti ga’umsa olaanaa argisiisaa jiran

Finfinnee, Waxabajjii 24, 2016 (FBC) – Dhalattoota Afrikaa lammiilee Ispeen Waancaa Awurooppaarratti ga’umsa olaanaa agarsiisaa jiran Niikoo Wiiliyaamsii fi Laamiin Yaamaal. Hidda dhiigaan Gaanaa kan ta’e Niikoo Wiiliyaamsii fi Hiddaa dhiigaa Moorokoo kan qabu Laamiin Yaamaal Waancaa Awurooppaa 17ffaa Jarmanitti gaggeeffamaa jirurratti ga’umsa…
Read More...