Ispoortii
Baarsaloonaan Shaampiyoonaa Laaligaa Ispeen Ta’e
Finfinnee, Caamsaa 2, 2018 (FMC) – Baarsaloonaan shaampiyoonaa dorgommii Laaligaa Ispeen bara 2025/26 ta'uu isaa mirkaneeffateera.
Sagantaa tapha Laaligaa torban 35ffaa halkan sa'aatii 4:00 irratti Eel Kilaasikootti gaggeeffameen, Baarsaloonaan Riyaal Maadriid 2 fi 0n injifateera.
Tapha kanaan kilaba Kaataalaaniif Maarkas Raashfoordi fi…
Read More...
Weest Haam 0 – 1 Arsenaal
Finfinnee, Caamsaa 2, 2018 (FMC) – Tapha Piriimer Liigii Ingiliz torbee 36ffaan Arsenaal Weest Haam Yuunaayitidiin galchii 1 fi 0’n injifateera.
Bu’aa kana hordofees qabxii isaa gara 79’tti guddifachuun garaagarummaa qabxii Maanchistar…
Barnileey fi Astonviilaan qixa bahan
Finfinnee, Caamsaa 2, 2018 (FMC) – Tapha Piriimer Liigii Ingiliz torbee 36ffaan Barnileey fi Astonviilaan galchii 2 fi 2’n qixa bahaniiru.
Taphoota sa’aatii walfakkaataa sa’aatii 10:00 irraa eegalee taphatamaniin Nooteenghaam Foorestiifi…
Jilli garee Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa irratti hirmaatu Akraa gale
Finfinnee, Caamsaa 2, 2018 (FMC) – Jilli garee Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa 24ffaa irratti hirmaatu Gaanaa magaalaa Akraa galeera.
Dorgommiin kun Caamsaa 4-9, 2018’tti gaggeeffama.
Itiyoophiyaan seenaa…
Magaalaa Shaggar 1- 0 Buna Sidaamaa
Finfinnee, Caamsaa 2, 2018 (FMC) – Tapha CBE Piriimer Liigii Itiyoophiyaa torbee 31ffaan Magaalaan Shaggar Buna Sidaamaa galchii 1 fi 0’n injifateera.
Tapha Sa’aatii 7:00 irraa eegalee Istaadiyeemii Finfinneetti taphatameen galchii…
Haalli Qilleensaa Waancaa Addunyaa 2026f Qormaata Akka Ta’u Himame
Finfinnee, Caamsaa 2, 2018 (FMC) – Gaggeeffamuuf yeroo gabaabaan kan hafe dorgommii Waancaa Addunyaa 2026 haala qilleensaa rakkisaa ta’een qormaatni mudachuu akka danda’u eerame.
Biyyoota dorgommicha keessummeessan Ameerikaa, Kanaadaa fi…
Weestihaam Yunaayitid vs Arsenaal
Finfinnee, Caamsaa 2, 2018 (FMC)- Sagantaa taphaa piriimer Liigii Ingilaandi torbee 36ffaan dursaan liigichaa Arsenaal dirree isaan alatti taphni galgala sa'aatii 12:30 irratti Weestihaam Yunaayitid waliin taphatu baay'ee eegamaa jira.…