Ispoortii
Kilabiin Kubbaa Miillaa Dubartootaa Magaalaa Shaggar Piriimeer Liigii Itiyoophiyaatti guddate
Finfinnee, Ebla 25, 2017 (FMC) – Liigii Olaanoo Itiyoophiyaa bara 2017 keessatti hirmaachaa kan jiru Kilabiin Kubbaa Miillaa Dubartootaa Bulchiinsa Magaalaa Shaggar gara Piriimeer Liigii Itiyoophiyaatti guddateera.
Bara 2016 kan hundaa'e kilabichi waggoota lamaan darban keessa ga’umsa olaanaa agarsiisuun hirmaannaa Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa…
Read More...
Dorgommii Giraandi ‘Slam’ Tiraak har’a dorgomamuun Atileet Dirribee Waltajjii fi Fireewayinii…
Finfinnee, Ebla 25, 2017 (FMC) – Dorgommii Giraandi ‘Slam’ Tiraak irratti meetira kuma 1 fi 500 dorgomamuun Atileet Dirribee Waltajjii fi Fireewayinii Hayiluun ni eegamu.
Dorgommiin kun Ameerikaa kutaa bulchiinsa Filooriidaa magaalaa…
Sosochii Itiyoophiyaan haa oomishtuun Indaastiiwwan 625 gara hojiitti deebi’uun ibsame
Finfinnee, Ebla 25, 2017 (FMC) – Sosochii Itiyoophiyaan haa oomishtuun Indaastiiwwan cufamanii turan 625 gara hojiitti akka deebi'an taasifamuu Ministeera Indaastiriitti Inistiityuutiin Misooma Indaastirii Oomishaalee ibse.…
Liigii Olaanoo Itiyoophiyaan taphni cufiinsaa har’a Shaggarii fi Nageellee Arsii gidduutti taphatamu…
Finfinnee, Ebla 25, 2017 (FMC) – Kilaboonni Oromiyaa lamaan Piriimeer Liigii Itiyoophiyaatti guddachuu isaanii mirkaneeffatan Shaggarii fi Nageellee Arsiin shaampiyoonaa bara kanaa ta’uuf falmiin taasisan ni eegama.
Morkiin har’a waaree…
Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 35ffaan har’aa eegaluun taphatamu
Finfinnee, Ebla 24, 2017 (FMC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 35ffaan tapha har’a Maanchiister Siitiin Woolviis keessummeessuun eegalama.
Maanchiister Siitiin hirmaannaa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa argachuuf falmiin…
Poolisiin Itiyoophiyaa dorgommii fiigicha walakkaa maaraatoonii injifate
Finfinnee, Ebla 24, 2017 (FMC) – Dorgommii Ispoortii Dhaabbata Gamtaa Ajajootaa Poolisii Baha Afrikaa 5ffaan Poolisiin Itiyoophiyaa dorgommii fiigicha walakkaa maaraatoonii injifateera.
Dorgommichaan Poolisiin Itiyoophiyaa koorniyaa…
Dambi Doolloon Shaampiyoonaa ta’e
Finfinnee, Ebla 23, 2017 (FMC) – Piriimeer Liigii Oromiyaa bara 2017 Shaampiyoonummaa Dambi Doolloon goolabame.
Tapha xumuraa har’a taphatameen Dambi Doolloon galchi 3 fi 1'n Yuunivarsiitii Naannoo Oromiyaa injifachuun…