Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Tuuniziyaa 0 – 4 Jaappaan

Finfinnee,Waxabajjii 14, 2018 (FMC) – Tapha Waancaa Addunyaa 23ffaa ganama kana taphatameen Jaappaan Tuuniziyaa injifatte. Tapha ganama kana sa’aatii 1:00 eegalee taphatameen Jaappaan galchii 4 fi 0’n Tuuniziyaa injifatteerti. Kana hordofee Tuuniziyaan tapha Waancaa Addunyaa keessaa gaggeeffameerti. Tuuniziyaan Turkiyyeetti aanuun biyya…
Read More...

Tapha Jaraman fi Kootdiivaar…

Finfinnee, Waxabajjii 13, 2018(FMC)- Tapha waancaa Addunyaa ramaddii 2ffaan taphni Jarman fi Kootdiivaar haalaan eegama. Taphichi Kaanaadaa Istaadiyeemii Tooroontootti galgala sa’aatii 5:00 irraa eegalee kan taphatamu yoo ta’u, gareen…