Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Baayerni Muunik vs PSG…

Finfinnee, Ebla 28, 2018 (FMC) – Tapha deebii walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan morkiin har’a Baayerni Muunik PSG waliin taasisu ni eegama. Taphni marsaa jalqabaa olaantummaa shaampiyoonaa bara darbee PSG’n kan xumurame yoo ta’u, morkiin har’aa akkaan eegama. Baayerni Muunik yeroo 6 Shaampiyoonaa ta’eera, PSGn ammoo yeroo 1…
Read More...

Cheelsii 1 – 3 Notingahaam Forest

Finfinnee, Ebla 26, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer liigii Ingilaandi torbee 35ffaa galgala kana taphatameen Cheelsiin Notingahaam Forestiin injifatame. Notingahaam Forest galchii 3 fi 1'n Cheelsii injifateera. Sababa kanaan Cheelsiin…

Eevertan VS Maanchisteer Siitii…

Finfinnee, Ebla 26, 2018 (FMC) – Tapha Pirimeer liigii Ingilaandi torbee 35ffaan Maanchisteer Siitiin dirree isaan ala Eevartan waliin ni morkata. Maanchiister Siitiin, tapha galgala kanaa dabalatee taphoota qixxeessituu lama kan of…