Fana: At a Speed of Life!

Koreen hooggansa olaanaa Godinaalee haaraa Oromiyaa ramadaman

Finfinnee, Fulbaana 19, 2019( FMC)- Koreen hooggansa olaanaa Godinaalee haaraa Oromiyaa ramadamuu Tajaajilli Kominikeeshinii Oromiyaa ifoomseera.
 
Ergaan Tajaajilichaa akka itti aanutti dhiyaateera.
 
Mootummaan Naannoo Oromiyaa murtee seena qabeessa fayyadamummaa uummataa mirkaneessuu danda’u murteessuun rifoormii haaraa ijaarsa sirna cimaafi mootummaa jabaa bu’uuressuuf ooluu taasiseen caasaa Godinaalee Oromiyaa 21 gara caasaa Godinaalee 6tti fiduun hundeesseera.
Haaluma kanaan koreen hooggansa olaanaa Godinaalee kanaas ramadamaniiru.
➡️ Godina Baha Oromiyaa
1. Obbo Abdurrahmaan Abdallaa
Sadarkaa itti aanaa Pirezidantiitti Bulchaa Godina Baha Oromiyaa
Teessoo: Harar
2. Aadde Miski Muhammad sadarkaa Hoogganaa Biirootti Itti aantuu Bulchaa Damee Misoomaa Godina Baha Oromiyaa
Teessoo: Ciroo
3. Obbo Anas Aliyyii Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Itti aanaa Bulchaa Damee Nagaafi Haqaa Godina Baha Oromiyaa
Teessoo: Galamsoo
4. Obbo Jaarsoo Boruu Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Gorsaa Olaanaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Baha Oromiyaa
Teessoo: Gurawaa
5. Obbo Fiqaaduu Miiliyoon Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Gorsaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Baha Oromiyaa
6. Aadde Saamiyaa Abdallaa Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Gorsaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Baha Oromiyaa
➡️ Godina Giddu galeessaa Oromiyaa
1. Dr. Mangistuu Baqqalaa Sadarkaa itti aanaa Pirezidantiitti Bulchaa Bulchiinsa Godina Giddu galeessaa Oromiyaa
Teessoo: Shaggar fi Adaamaa
2. Obbo Abbaabbuu Waaqoo Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Itti aanaa Bulchaa Damee Misoomaa Godina Giddu-galeessaa Oromiyaa
Teessoo: Waliso
3. Obbo Kifalaw Adaree Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Itti aanaa Bulchaa Damee Nagaafi Haqaa Godina Giddu galeessaa Oromiyaa
Teessoo: Fiichee
4. Obbo Makkonnin Baay’isaa Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Gorsaa Olaanaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Giddu galeessaa Oromiyaa
Teessoo: Ambo
5. Obbo Ashannaafii Ajjamaa sadarkaa hoogganaa Biirootti Gorsaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Giddu galeessaa Oromiyaa
6. Obbo Taaddasaa Dirribaa Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Gorsaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Giddu galeessaa Oromiyaa
➡️ Godina Kibba-Lixa Oromiyaa
1. Dr. Rashaad Kamaal sadarka itti aanaa Pirezidantiitti Bulchaa Bulchiinsa Godina Kibba Lixa Oromiyaa
Teessoo: Jimma
2. Obbo Indaalkaachaw Tafarii Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Itti aantaa Bulchaa Damee Misoomaa Godina Kibba-Lixa Oromiyaa
Teessoo: Beddellee
3. Obbo Amaan Danuu Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Itti aanaa Bulchaa Damee Nagaafi Haqaa Godina Kibba Lixa Oromiyaa
Teessoo: Limmuu Gannat
4. Obbo Didhaa Guddataa Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Gorsaa Olaanaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Kibba Lixa Oromiyaa
Teessoo: Mattuu
5. Obbo Muhaammadxaahaa Abbaa Fiixaa Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Gorsaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Kibba-Lixa Oromiyaa
6. Obbo Moosisaa Lammeessaa Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Gorsaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Kibba Lixa Oromiyaa
➡️ Godina Kibba Oromiyaa
1. Obbo Ahmad Haajii Sadarkaa itti aanaa Pirezidantiitti Bulchaa Bulchiinsa Godina Kibba Oromiyaa
Teessoo: Yaabeelloo
Dabalata Godina Kibba Oromiyaa:
2. Obbo Adulaa Hirbaayyee Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Itti aanaa Bulchaa Damee Misoomaa Godina Kibba Oromiyaa
Teessoo: Adoolaa
3. Obbo Liiban Areeroo sadarkaa Hoogganaa Biirootti Itti aanaa Bulchaa Damee Nagaafi Haqaa Godina Kibba Oromiyaa
Teessoo: Nageellee Booranaa
4. Obbo Wandimmuu Roobee Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Gorsaa Ol’aanaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Kibba Oromiyaa
Teessoo: Bulee Horaa
5. Obbo Ibraahim Abdii Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Gorsaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Kibba Oromiyaa
5. Obbo Isaaq Xaachoo Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Gorsaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Kibba Oromiyaa
➡️ Godina Lixa Oromiyaa
1. Obbo Masfin Malaakuu saradrkaa itti aanaa Pirezidantiitti Bulchaa Godina Lixa Oromiyaa
Teessoo: Naqamte
2. Obbo Mirreessaa Fiixee Sadarkaa oogganaa Biirootti Itti aanaa Bulchaa Damee Misoomaa Godina Lixa Oromiyaa
Teessoo: Gimbii
3. Obbo Gammachuu Gurmeessaa Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Itti aanaa Bulchaa Damee Nagaafi Haqaa Godina Lixa Oromiyaa
Teessoo: Shaambuu
4. Obbo Taliilaa Tarrafaa Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Gorsaa olaanaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Lixa Oromiyaa
Teessoo: Dambii Doolloo
5. Obbo Badhaasaa Dhaabaa Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Gorsaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Lixa Oromiyaa
6. Obbo Dassuu Lammii sadarkaa Hoogganaa Biirootti Gorsaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Lixa Oromiyaa
➡️ Godina Kibba Baha Oromiyaa:
1. Obbo Ahimad Idriis Sadarkaa itti aanaa Pirezidantiitti Bulchaa Godina Kibba Baha Oromiyaa
Teessoo: Roobee
2. Obbo Asaffaa Tolasaa Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Itti aanaa Bulchaa Damee Misoomaa Godina Kibba-Baha Oromiyaa
Teessoo: Gindhiir
3. Obbo Abdurrazaaq Huseen Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Itti aanaa Bulchaa Damee Nagaafi Haqaa Godina Kibba-Baha Oromiyaa
Teessoo: Asallaa
4. Obbo Ibraahim Kadiir Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Gorsaa Olaanaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Kibba-Baha Oromiyaa
Teessoo: Shaashamannee
5. Obbo Izzaddiin Abuubakar Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Gorsaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Kibba-Baha Oromiyaa
6. Obbo Birhaanuu Arfaasaa Sadarkaa Hoogganaa Biirootti Gorsaa Bulchaa Bulchiinsa Godina Kibba Baha Oromiyaa
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.