Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Finfinneetti guyyaan Cichoominaa sagantaalee adda addaa kabajamaa jira

Finfinnee, Qaammee 3, 2018 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti Qaammeen 3 guyyaan Cichoominaa sagantaalee adda addaa kabajamaa jira.

Biyya bu’uura cimtuu ijaaruun cimina dhaabbillee qofa osoo hin taane tokkummaa ummataa, itti gaafatamummaa fi hirmaannaa yoo ta’u, cichoominni yeroo qormaataa injifannoon bahuu, rakkoo keessatti abdii horachuun jijjiirama eegalame hanga xumuraatti milkeessudha.

Qormaanni har’aa bu’uura injifannoo boruu waan ta’eef, waltumsuun, obsaa fi murannoon rakkoolee ce’uun boruu fooyya’aa ijaaruun dandeenya.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.