Labsiin korojoowwan pilaastikaa dhorkuuf ba’e hojiirra ooluu eegale
Finfinnee, Amajjii 24, 2018 (FMC) - Labsiin Korojoowwan pilaastikaa al tokko qofa faayidaa kennan dhorkuuf ba'e kaleessaa eegalee hojiirra ooluu eegaleera jedha Abbaan Taayitaa Eegumsa…