Oduu biyya keessaa Ergaa Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimad Ayana Dheressa Mar 13, 2025 0 Daandii Dirree Kaleessa sosochii garaagaraa magaalaa Dirre Dhawaa daawwadheera. Guddinni Dirre Dhawaan daran ammayyoomuuf taasistu dinqisiisaadha. Dirreerraa wantoota jahan kanneen haa…
Oduu biyya keessaa Afrikaan Mana Maree Nageenyaa Mootummoota Gamtoomaniitti teessoo dhaabbii argachuuf hojjechuu qabdi… Sifen Megersa Mar 13, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2017 (FMC) – Afrikaan Mana Maree Nageenyaa Mootummoota Gamtoomaniitti teessoo dhaabbii argachuuf hojjechuu akka qabdu Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen…
Oduu biyya keessaa Obbo Adam Faaraah Ministira Dhimma Alaa Kuubaa waliin mari’atan Ayana Dheressa Mar 13, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2017 (FMC) – Sadarkaa Ministira Muummee Itti Aanaatti Itti Gaafatamaan Giddugala Qindeessa Ijaarsa Sirna Diimookiraasiifi Pireezidaantii Itti Aanaan Paartii…
Oduu biyya keessaa Baaburri Itiyoo-Jibuutii fayyadamaa sarara elektirikaa kallattii ta’e Ayana Dheressa Mar 13, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2017 (FMC) – Baaburri Itiyoo-Jibuutii fayyadamaa sarara elektirikaa kallattii ta’uu Tajaajilli Elektirikaa Itiyoophiyaa beeksise. Tajaajilichi Baabura…
Oduu biyya keessaa Biirichi bu’aalee teeknooloojii tajaajila si’ataa kennisiisan ifoomse Ayana Dheressa Mar 13, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2017 (FMC) – Biiroon Bulchiinsaafi Tasgabbii Magaalaa Finfinnee bu’aalee teeknooloojii tajaajila si’ataa kennisiisuu dandeessisan ifoomseera. Saganticharratti…
Oduu biyya keessaa Sagantaan Afxiraa guddaan daandirraa fi Dorgommiin Qura’aanaa gaggeeffamuufi Sifen Megersa Mar 13, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2017 (FMC) – Sagantaan Afxiraa guddaan daandirraa fi Dorgommiin Qura’aanaa Dilbata dhufu Finfinneetti kan gaggeeffamu ta’uu Manni Maree Waliigalaa Dhimmoota…
Oduu biyya keessaa Piroojektii Bishaan dhugaatii Birrii miiliyoona 200 fi miiliyoona 98 ijaaramuuf dhagaan bu’uuraa… Sifen Megersa Mar 13, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2017 (FMC) – Naannoo Somaalee Godina Liibaan Aanaa Guraadaamooleetti Piroojektii Bishaan dhugaatii Birrii miiliyoona 200 fi miiliyoona 98 ijaaramuuf dhagaan bu’uuraa…
Idil Addunyaa Dura Taa’aa haaraan Komishinii Gamtaa Afrikaa aangoo isaanii ifatti fudhatan Ayana Dheressa Mar 13, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2017 ( FMC)- Dura Taa’aa haaraa Komishinii Gamtaa Afrikaa Mahaammud Alii Yusuuf dabalatee hoggantoonni haaraan komishinichaa aangoo isaanii ifatti fudhataniiru.…
Oduu biyya keessaa Tigraayitti nageenyi waaraan akka hin mirkanoofneef adeemsa farreen nageenyaa haalaan hubachuun… Ayana Dheressa Mar 13, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2017 (FMC) – Naannoo Tigraayitti nageenyi waaraan akka hin mirkanoofneef adeemsa farreen nageenyaa haalaan hubachuun barbaachisaa ta’uu Ministirri Ministeera…
Oduu biyya keessaa Dooktar Geediyoon gita isaanii Israa’eel waliin mari’atan Tsehay Guluma Mar 12, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2017 (FMC) - Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Ministira Dhimma Alaa Israa’eel Geediyoon Sa’aar waliin mari’ataniiru. Dhimmoota…