Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad boru Paarlaamaaf ibsa kennu Ayana Dheressa Oct 27, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 17, 2018 (FMC)- Ministirii Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad guyyaa boruu gaaffiilee miseensota Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataarraa ka’aniif deebiifi ibsa ni kennu.…
Oduu biyya keessaa Piroojektiin Madda Anniisaa Kooyishaa fedhii dhiyeessii anniisaa guutuu keessatti shoora olaanaa… Sifen Megersa Oct 27, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 17, 2018 (FMC) – Piroojektiin Madda Anniisaa Kooyishaa waggaan anniisaa Giigaa Waattii kuma 6 fi 344 maddisiisuun fedhii dhiyeessii anniisaa guutuu keessatti shoora…
Oduu biyya keessaa Kantiibaa Adaanech qaamolee Misoomni Koriidarii boqonnaa 2ffaan milkiin akka xumuramu qooda qaban… Sifen Megersa Oct 26, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 16, 2018 (FMC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen qaamolee Misoomni Koriidarii boqonnaa 2ffaan sararawwan 4'n hojjetamaa ture milkiin akka…
Ispoortii Riyaal Maadriid 2 -1 Baarseloonaa Sifen Megersa Oct 26, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 16, 2018 (FMC) – Taphoota Laaligaa Ispeen torbee 10ffaan Riyaal Maadriid Baarseloonaa injifate. Riyaal Maadriid taphoota El Kilaasikoo torba booda har'a galchii 2…
Oduu biyya keessaa Garaagarteen gufuu misoomaa ta’uu hin qabu – Dooktar Aragaawwii Barihee Sifen Megersa Oct 26, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 16, 2018 (FMC) – Garaagarteen gufuu misoomaa ta'uu hin qabu jedhan Daayrekterri Olaanaan Qindeessaa Waajjira Piroojektii Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa Dooktar…
Ispoortii Arsenaal 1 – 0 Kiristaal Paalaas Sifen Megersa Oct 26, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 16, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 9ffaa har'a taphatameen Arsenaal Kiristaal Paalaas injifachuun dursummaa isaa cimsate. Arsenaal galchii…
Oduu biyya keessaa Qonna Gannaa bara kanaarraa oomishni Qamadii kuntaalli miiliyoonni 100 fi miiliyoonni 75 ni eegama … Sifen Megersa Oct 26, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 16, 2018 (FMC) – Qonnaa gannaa baranaatiin lafa heektaara miiliyoona 4.5 qamadiin uwwifamerraa callaa kuntaalli miiliyoonni 100fi miiliyoonni 75 ni abdatama jedhan…
Oduu biyya keessaa Fooramiin Xaanaa 11ffaan xumurame Sifen Megersa Oct 26, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 16, 2018 (FMC) – Fooramiin Xaanaa 11ffaan mata duree 'Afrikaa sirna jijjiiramaa addunyaa waliin' jedhuun Bahir Daarii fi Finfinneetti taa'amaa ture xumurameera.…
Ispoortii Atileet Yoomiif Qajeelchaan fiigicha Walakkaa Maaraatoonii Vaaleensiiyaa injifate Sifen Megersa Oct 26, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 16, 2018 (FMC) – Atileet Yoomiif Qajeelchaan fiigicha Walakkaa Maaraatoonii har'a Vaaleensiiyaatti dorgomame injifate. Atileet Yoomiif Qajeelchaan fageenyicha…
Oduu biyya keessaa Irreechi Malkaa Sirxii kabajame Tsehay Guluma Oct 26, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 16, 2018 (FMC) – Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Jiddaatti Irreechi Malkaa Sirxii haala duudhaa fi aadaa isaa eegeen kabajameera. Ayyaanni Irreecha Malkaa Sirxiis bifa…