Ispoortii Maanchister Siitiin Walvisiin injifate Yonatan Birhanu Jan 24, 2026 0 Finfinnee, Amajii 16, 2018(FMC) - Sagantaa Piriimiyar Liigii Ingilaandi torbee 23ffaan Maanchister Siitiin Walvisiin 2 fi 0'n injifateera. Omaar Maarmush fi Antooniyoo Semeeniyoo…
Oduu biyya keessaa Qonna Biyya keenyaa Ceesisuuf Gaheen Loojistiksii olaanaadha – Obbo Geetuu Gammachuu Yonatan Birhanu Jan 24, 2026 0 Finfinnee, Amajii 16, 2018(FMC) - Qonna biyya keenyaa ceesisuuf gaheen loojistiksii olaanaadha jedhan hogganaan Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuu. Biiroon Qonna Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Ida’amuun guddina biyya keenyaa mirkaneessuutu nurra jiraata – Dooktar Abiy Ahimad Yonatan Birhanu Jan 24, 2026 0 Finfinnee, Amajii 16, 2018(FMC) - Ida'amuudhaan guddina biyya keenya qixxee hinqabnee mirkaneessuu qabana jedhan Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad. Waggaa 90ffaa Humna Qilleensaa…
Oduu biyya keessaa Humni Qilleensaa keenya kabajaa fi abdii biyyaa warreen Itiyoophiyaatti bu’uu barbaadan… Yonatan Birhanu Jan 24, 2026 0 Finfinnee, Amajii 16, 2018(FMC) - Humni Qilleensaa keenya dhaabbata olka'iinsa hedduu keessa darbuun abdii fi gaachana biyyaa ta'ee humnoota Itiyoophiyaa miidhuu barbaadan leeyyaasisuu…
Oduu biyya keessaa Bu’aa biyyaalessaa fi kabaja Itiyoophiyaa eegsisuuf hin rafnu – Dooktar Abiy Ahimad Yonatan Birhanu Jan 24, 2026 0 Finfinnee, Amajii 16, 2018(FMC) -Bu'aa biyyaalessaa fi kabaja Itiyoophiyaa eegsisuuf hin rafnu jedhan Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad Waggaa 90ffaan Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Humni Qilleensaa RDFI nagaa Itiyoophiyaa eegsisuuf qophaa’ummaa olaanaa irra jira –… Yonatan Birhanu Jan 24, 2026 0 Finfinnee, Amajii 16, 2018(FMC) - Humni Qilleensaa RDFI nagaa Itiyoophiyaa eegsisuuf qophaa'ummaa olaanaa irra jira jedhan Leetinaal Jeneraal Yilmaa Mardaasaa. Ministirri Muummee Dooktar…
Biiznasii Xiyyeeffannoon oomisha bakka bu’oof kenname bu’aa argamsiisa jira Tsehay Guluma Jan 24, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 16, 2018 (FMC)- Xiyyeeffannoon oomisha bakka bu’oof kenname bu’aa argamsiisaa jira jedhe Ministeerri Indaastirii. Ministeerichi raawwii karooraa baatiiwwan jahan…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti gamaaggamni raawwii hojii karooraa baatiiwwan jahan darbanii gaggeeffamuu eegale Tsehay Guluma Jan 24, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 16, 2018 (FMC)- Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti gamaaggamni raawwii hojii Paartii fi Mootummaa baatiiwwan jahan darbanii gaggeeffamuu eegaleera. Kantiibaan Magaalaa…
Ispoortii Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 23ffaan morkiin Arsenaal Maanchiister Yuunaayitiid waliin taasisu… Tsehay Guluma Jan 24, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 16, 2018 (FMC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 23ffaan har’aa eegaluun taphatamu. Morkiin Boru dursaan liigichaa Arsenaal Maanchiister Yuunaayitiid waliin…
Oduu biyya keessaa Qabsoo Uummataan injifannoon argame hooggansa tarsiima’aa argachuusaan tarkaanfachuu… Yonatan Birhanu Jan 23, 2026 0 Finfinnee, Amajii 15, 2018(FMC) - Qabsoo Uummataan injifannoon argame hooggansa tarsiima'aa argachuusaan tarkaanfachuu danda'eera jedhan pirezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis…