Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy daawwannaa Ruwaandaa xumuruun deebi’an Debela Tadesse Apr 7, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 29, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ruwaandaa Kiigaaliitti daawwannaa hojii taasisan xumuruun gara Itiyoophiyaatti deebi'aniiru. Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Jilli hooggansa Itiyoophiyaa hooggantoota Saa’ud Arabiyaa waliin mari’ate Sifen Megersa Apr 7, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 29, 2016 (FBC) - Jilli hooggansa Itiyoophiyaa Ministirri Deetaa Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Birtukaan Ayyaanoon durfamu hooggantoota Saa"ud Arabiyaa waliin…
Ispoortii Maanchiister Yuunaayitiid 2 – 2 Liivarpuul Sifen Megersa Apr 7, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 29, 2016 (FBC) - Taphoota Piriimaayer Ingilaandi Torbee 32ffaan taphni Maanchiister Yuunaayitidii fi Liivarpuul gidduutti taphatame galchii 2 qixaan xumurameera.…
Oduu biyya keessaa Ruwaandaan dhumaatii hamaa lammiilee biyyattii mudatee ture akka dandamattu gumaacha Itiyoophiyaan… Sifen Megersa Apr 7, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 29, 2016 (FBC) - Guyyaan yaadannoo dhumaatii lammiilee Ruwaandaa waggaa 30ffaan yaadaatameera. Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad dabalatee hoggantoonni…
Oduu biyya keessaa Waayita ‘ Kiiwiibuukaa 30’n yaadatamu Itiyoophiyaan Lammiilee Ruwaandaa cinaa… Sifen Megersa Apr 7, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 29, 2016 (FBC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad sagantaa Yaadannoo waggaa 30ffaa “Kwibuka” Ruwaandaa irratti hirmaataniiru. Uummanni Ruwaandaa waayita…
Idil Addunyaa Isiraa’eel Kutaa Baha Libaanositti haleellaa qilleensaa raawwatte Sifen Megersa Apr 7, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 29, 2016 (FBC) - Xiyyaaronni nama maleeyyiin ishee Hizboolaan haleellamuu hordofee Isiraa'eel Kutaa Baha Libaanositti haleellaa qilleensaa raawwachuu dhaga'ameera.…
Oduu biyya keessaa Injiffannoon argame wal harkaa fuudhinsa dhalootaan kan argameedha- Obbo Fiqaaduu Tasammaa Sifen Megersa Apr 7, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 29, 2016 (FBC) - Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Faqaaduu Tasamnaan Gamoo Waajjira paartii badhaadhinaa damee Qellam Wallaggaa…
Ispoortii Atileetoonni Itiyoophiyaa Maaraatoonii Paariis injifatan Sifen Megersa Apr 7, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 29, 2016 (FBC) - Dorgommii Fiigicha Maaraatoonii Faransaay magaalaa Paariisitti gaggeeffame Atileetoonni Itiyoophiyaa koorniyaa lamaaniinuu injifataniiru. Doorgommii…
Oduu biyya keessaa Jijjiiramichi ummata naannichaa fayyadamoo taasiseera – Obbo Ashaadilii Hasan Sifen Megersa Apr 7, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 29, 2016 (FBC) - Jijjiiramni sadarkaa biyyaalessaatti argame ummata naannichaa fayyadamoo taasisuu Pireezidaantiin naannoo Beenishaanguul Gumuz Obbo Ashaadilii Hasan…