Labsiin bulchiinsaa fi to’annoo kiraa manaa rakkoo dhiyeesii manaa ni fura-Aadde Caaltuu Saanii
Finfinnee, Bitootessa 28, 2016 (FBC)- Labsiin bulchiinsaa fi to’annoo kiraa manaa rakkoon dhiyeesii manaa akka furamu taasisa jedhan Ministirri Ministeeraa Magaala fi Bu’uuraalee Misoomaa…