Oduu biyya keessaa Nageenya naannawaa garaagaraatti mirkanaa’aa jiru itti fufsiisuuf hojjetamaa jira jedhame Tsehay Guluma Apr 4, 2024 0 Finfinnee, bitootessa 26, 2016 (FBC)-Tarkaanfii Raayyaan Ittisaa Biyyaa ummata waliin ta’uun gareewwan fiinxaaleyyiirratti fudhataa jiruun,…
Oduu biyya keessaa Magaala Jimmaatti Ayyaana Iid Al Faxir sababeeffachuun Oomishaaleen Qonnaa fi Indaastirii gatii… Debela Tadesse Apr 4, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2016 (FBC) – Magaala Jimmaatti Ayyaana Iid Al Faxir sababeeffachuun Oomishaaleen Qonnaa fi Indaastirii gatii madaalawaan dhiyaachuu Waajjirri Daldalaa magaalichaa…
Oduu biyya keessaa Jilli lammiilee gara biyyaattis deebisuuf haala mijeessu tibbana gara Sa’udiitti imaluufi Tsehay Guluma Apr 4, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2016 (FBC) – Lammiilee Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa jiran gara biyyaa deebiisuuf jilli haala mijeessu guyyoota itti aanaan gara Saa’ud…
Oduu biyya keessaa Bitootessaa hanga Bitootessaatti Ashaaraa seenaa qabeessaa ijaaruuf humni Itiyoophiya dhabu… Debela Tadesse Apr 4, 2024 0 Finfinnee, bitootessa 26, 2016 (FBC)-Itiyoophiyaan Bitootessaa hanga Bitootessaatti ashaaraa seenaa qabeessaa ijaaruun badhaadhina hundagaleessaa dhugoomsuuf humni dhabuun akka hinjirre…
Oduu biyya keessaa Jilli Dooktar Girma Amanteen durfamu Biraazilitti daawwanna hojii taasiisaa jira Tsehay Guluma Apr 4, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2016 (FBC) – Jilli Ministira Ministeera Qonna Dooktar Girmaa Amanteen durfamu Biraazilitti daawwanna hojii taasisaa jiraachuun ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Labsiin Sirna Eegumsa Daataa Dhuunfaa Cimaa uumuuf gargaaru ragga’e Debela Tadesse Apr 4, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2016 (FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Walga’ii idilee 20ffaa gaggeesseen labsii sirna eegumsa daataa dhuunfaa raggaasiseera. Koreen Dhaabbii Dhimmoota…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti lammiilee kuma 12 fi 500 oliif maaddiin qoodame Tsehay Guluma Apr 4, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2016 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Ayyaanaa Iid Al Faxir sababeeffachuun lammiilee kuma 12 fi 500 oliif maaddiin qoodameera. Kutaa Magaalaa Addis…
Oduu biyya keessaa Gabaan Kaappitaala Itiyoophiyaa kaappitaala Birrii biiliyoona 1.5 walitti qabuu beeksiise Tsehay Guluma Apr 4, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2016 (FBC) – Gabaan Kaappitaala Itiyoophiyaa kaappitaala Birrii biiliyoona 1.5 walitti qabuun karooraa ol milkeessuu beeksiise. Dhaabbatichi Adeemsa…
Oduu biyya keessaa Ministeerichi Pirojektii Ismaarti Siitii Magaalaa Finfinneerratti Dippilomaatotaaf ibsa kenne Debela Tadesse Apr 4, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2016 (FBC)-Ministeerri Dhimma Alaa Pirojektii Ismaarti Siitii Magaalaa Finfinnee ilaalchisee Dippiloomaatota teessoon isaanii Finfinneef ibsa kenneera.…
Oduu biyya keessaa Ministeerichi Pirojektii Ismaarti Siitii Magaalaa Finfinneerratti Dippilomaatotaaf ibsa kenne Debela Tadesse Apr 4, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2016 (FBC)-Ministeerri Dhimma Alaa Pirojektii Ismaarti Siitii Magaalaa Finfinnee ilaalchisee Dippiloomaatota teessoon isaanii Finfinneef ibsa kenneera.…