Oduu biyya keessaa Naannichatti kaffaltiin kuufama Sooramaa eegalame Sifen Megersa Apr 4, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2016 (FBC) - Naannoo Tigraayitti gaaffii kaffaltii kuufama Sooramaa ture deebisuuf har'a kaffaltiin eegalamuu ibsameera. Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa ‘Start Up Ethiopia’n dargaggootaaf naannawaa hojii mijataa uumuun dameelee hojii rakkoo… Debela Tadesse Apr 4, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2016 (FBC)- "Start up Ethiopia"n hojii uumuu dargaggootaaf naannawaa mijataa uumuun dameewwan rakkoo furan banuuf kan kaayyeffate ta'uu Ministirri Muummee FDRI…
Ispoortii Konfedereeshiniin Buunyaa Afrikaa Waajjira olaanaa Finfinneetti banuufi Debela Tadesse Apr 4, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2016 (FBC)-Konfedereeshiniin Buunyaa Afrikaa waajjira olaanaa isaa Finfinneetti banuuf Ministeera Dhimma Alaa waliin mallatteesse. Waliigaltichas Ministir…
Fayyaa Jilli Dooktar Maqdasiin durfamu Hospitaala Bishooftuu daawwate Tsehay Guluma Apr 4, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2016 (FBC) – Jilli Ministira Ministeera Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaan durfamu Hospitaala waliigalaa Bishooftuu daawwateera. Ministir Deetaa…
Oduu biyya keessaa Pirofeesar Birhaanuu Naggaan Ambaasaaddara Jaappan waliin mari’atan Debela Tadesse Apr 4, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2016 (FBC)-Ministirri Ministeera Barnootaa Pirofeesar Birhaanuu Naggaan Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Jaappaan Shibataa Hiroonorii waliin mari’ataniiru. Mariin…
Fayyaa Jilli Dooktar Maqdasiin durfamu Hospitaala Bishooftuu daawwate Sifen Megersa Apr 4, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2016 (FBC) – Jilli Ministira Ministeera Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaan durfamu Hospitaala waliigalaa Bishooftuu daawwateera. Ministir Deetaa Ministeera Fayyaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Dastaa Leeddamoon Fiichee Cambalaalaa ilaalchisuun erga baga geessanii dabarsan Debela Tadesse Apr 4, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2016 (FBC)-Pireezidaantiin Naannoo Sidaamaa Obbo Dastaa Leeddamoon Jijjiiraa Bara Haaraa Fiichee Cambalaalaa ilaalchisuun erga baga geessanii dabarsaniiru. Ergaa…
Oduu biyya keessaa Dhukkubsataa kalee fakkeessuun hiriyaa isaaniin maallaqa sassaabaa kan turan namoonni 10 to’ataman Debela Tadesse Apr 4, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2016 (FBC)- Dhukkubsataa kalee fakkeessuun hiriyaa isaanii konkolaataa keessa ciibsuun maallaqaa gargaarsaa sassaabaa kan turaan namoonni 10 to’atamaniiru.…
Oduu biyya keessaa Hawaasni Diyaaspooraa deeggarsa Hidha Haaromsa Guddicha Itiyoophiyaaf taasisu cimsee akka itti fufu… Tsehay Guluma Apr 4, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2016 (FBC) – Hawaasni Diyaaspooraa deeggarsa Hidha Haaromsa Guddicha Itiyoophiyaaf taasisu cimsee akka itti fufu Waldaan Diyaaspooraa Itiyoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Misoomni kooriidarii carraa invastimantii fi tuuriizimii magaalotaa bal’isa-TKM Debela Tadesse Apr 4, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2016 (FBC)- Pirojektiin misoomaa kooriidarii magaalotaa carraa invastimantii, tuuriizimii fi daldalaa akka bal’isu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksise.…