Oduu biyya keessaa Godina Jimmatti Qamadiin jallisiin misoome sassaabamaa jira Sifen Megersa Apr 2, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 24, 2016 (FBC) - Godina Jimmatti Qamadiin jallisiin misoome sassaabamaa jiraachuu ibsame. Godinichati bara kana lafa hektaara kuma 400 fi 40 irratti Qamadiin…
Oduu biyya keessaa Itti Aanaan Pireezidaantii Baankii Addunyaa Interpiraayizoota Oomishaa Magaalaa Finfinneetti argaman… Tsehay Guluma Apr 2, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 24, 2016 (FBC) – Itti Aanaan Pireezidaantii Baankii Addunyaa Liisaa Roosan Interpiraayizoota Oomishaa Magaalaa Finfinneetti argaman daawwataniiru. Ministirri…
Ispoortii Piriimaayeer Liigii Ingilaandiin taphoonni torbee 31ffaan har’a galgalaa eegaluun ni taphatamu Tsehay Guluma Apr 2, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 24, 2016 (FBC) – Taphoonni Piriimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 31ffaan tapha har’a galgala Niwuukaastiil Eevartan waliin taasiisuun eegalamu. Har’a galgala…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa wixinee labsii bulchiinsaa fi To’annoo Kiraa mana Jireenyaa ba’e raggaasiise Tsehay Guluma Apr 2, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 24, 2016 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa wixinee labsii bulchiinsaa fi To’annoo Kiraa mana Jireenyaa ba’e qorachuun raggaasiseera. Mana…
Oduu biyya keessaa Yaadamni ida’amuu jijjiiramni ilaalchaa haaraan akka dhufu daandii baneera – Obbo Ordiin… Tsehay Guluma Apr 2, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 24, 2016 (FBC) – Yaadamni ida'amuu Itiyoophiyaatti jijjiiramni ilaalchaa haaraan akka dhufu daandii kan bane ta’uu Pireezidaantiin naannoo Hararii Obbo…
Oduu biyya keessaa Bitooteessi 24 siidaa bilisummaa fi walqixummaa Itiyoophiyaanotaati! Obbo Fiqaaduu Tasammaa Tsehay Guluma Apr 2, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 24, 2016 (FBC) - Bitooteessi 24 siidaa bilisummaa fi walqixummaa Itiyoophiyaanotaati jedhan Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Iromiyaa Obbo…
Oduu biyya keessaa Teembariin Hidha Haaromsa Guddicha Itiyoophiyaaf qophaa’ee eebbifame Tsehay Guluma Apr 2, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 24, 2016 (FBC) – Teembariin Yaadannoo Hidha Haaromsa Guddicha Itiyoophiyaaf qophaa’ee eebbifameera. Guyyaa Dhagaan Bu’uuraa Hidha Haaromsa Guddichaa…
Oduu biyya keessaa Sagantaan jalqabsiisa ijaarsa Manneen jireenyaa ammayyaa Kuma 60 gaggeeffame Tsehay Guluma Apr 2, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 24, 2016 (FBC) – Kutaa Magaalaa Aqaaqii Qaallittiitti sagantaa jalqabsiisa Ijaarsa Manneen jireenyaa ammayyaa Kuma 60 gaggeeffameera. Ijaarsi…
Oduu biyya keessaa Ergaan uummanni keenya dabarse imalli badhaadhinaa bu’uura jabaa irratti ijaaramaa jiraachuu… Tsehay Guluma Apr 2, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 24, 2016 (FBC) – Ergaan uummanni keenya dabarse imalli badhaadhinaa bu’uura jabaa irratti ijaaramaa jiraachuu mirkaneessa jedhan Pireeziddnatiin Mootummaa…
Oduu biyya keessaa Guyyaan dhagaan bu’uuraa Ijaarsa Hidha Haaromsaa Guddicha Itiyoophiyaa itti kaa’ame waggaan 13ffaan… Tsehay Guluma Apr 2, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 24, 2016 (FBC) – Guyyaa Dhagaan Bu’uuraa Hidha Haaromsa Guddichaa Itiyoophiyaa itti kaa’ame waggaa 13ffaan mata duree”Gamtaan Dandeenyeeraa “jedhuun…