Ispoortii Taphni Arseenaal fi Maanchistar Yuunaayitid ni eegama Ayana Dheressa Jan 25, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 17, 2018 (FMC) – Tapha piriimerliigii Ingiliz torbee 23ffaan taphni har’a Arseenaal fi Maanchistar Yuunaayitid taphatan hawwii guddaan eegama. Kilaboonni lameen…
Oduu biyya keessaa Faayidaa Itiyoophiyaa kabachiisuun dirqama Itiyoophiyaanotaati- Dooktar Abiy Ahimad Ayana Dheressa Jan 25, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 17, 2018 (FMC) – Faayidaa Itiyoophiyaa kabachiisuun dirqama Itiyoophiyaanotaati jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Ministirri Muummee Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Injifannoo dabalataaf dagannaa tokko malee carraaquu qabna – obbo Shimallis Abdiisaa Yonatan Birhanu Jan 24, 2026 0 Finfinnee, Amajii 16, 2018(FMC) - Daganna tokko malee injifannoo dabalataaf carraaquu qabna jedhan Pirezidantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaa. Gamaaggama raawwii hojii…
Ispoortii Maanchister Siitiin Walvisiin injifate Yonatan Birhanu Jan 24, 2026 0 Finfinnee, Amajii 16, 2018(FMC) - Sagantaa Piriimiyar Liigii Ingilaandi torbee 23ffaan Maanchister Siitiin Walvisiin 2 fi 0'n injifateera. Omaar Maarmush fi Antooniyoo Semeeniyoo…
Oduu biyya keessaa Qonna Biyya keenyaa Ceesisuuf Gaheen Loojistiksii olaanaadha – Obbo Geetuu Gammachuu Yonatan Birhanu Jan 24, 2026 0 Finfinnee, Amajii 16, 2018(FMC) - Qonna biyya keenyaa ceesisuuf gaheen loojistiksii olaanaadha jedhan hogganaan Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuu. Biiroon Qonna Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Ida’amuun guddina biyya keenyaa mirkaneessuutu nurra jiraata – Dooktar Abiy Ahimad Yonatan Birhanu Jan 24, 2026 0 Finfinnee, Amajii 16, 2018(FMC) - Ida'amuudhaan guddina biyya keenya qixxee hinqabnee mirkaneessuu qabana jedhan Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad. Waggaa 90ffaa Humna Qilleensaa…
Oduu biyya keessaa Humni Qilleensaa keenya kabajaa fi abdii biyyaa warreen Itiyoophiyaatti bu’uu barbaadan… Yonatan Birhanu Jan 24, 2026 0 Finfinnee, Amajii 16, 2018(FMC) - Humni Qilleensaa keenya dhaabbata olka'iinsa hedduu keessa darbuun abdii fi gaachana biyyaa ta'ee humnoota Itiyoophiyaa miidhuu barbaadan leeyyaasisuu…
Oduu biyya keessaa Bu’aa biyyaalessaa fi kabaja Itiyoophiyaa eegsisuuf hin rafnu – Dooktar Abiy Ahimad Yonatan Birhanu Jan 24, 2026 0 Finfinnee, Amajii 16, 2018(FMC) -Bu'aa biyyaalessaa fi kabaja Itiyoophiyaa eegsisuuf hin rafnu jedhan Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad Waggaa 90ffaan Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Humni Qilleensaa RDFI nagaa Itiyoophiyaa eegsisuuf qophaa’ummaa olaanaa irra jira –… Yonatan Birhanu Jan 24, 2026 0 Finfinnee, Amajii 16, 2018(FMC) - Humni Qilleensaa RDFI nagaa Itiyoophiyaa eegsisuuf qophaa'ummaa olaanaa irra jira jedhan Leetinaal Jeneraal Yilmaa Mardaasaa. Ministirri Muummee Dooktar…
Biiznasii Xiyyeeffannoon oomisha bakka bu’oof kenname bu’aa argamsiisa jira Tsehay Guluma Jan 24, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 16, 2018 (FMC)- Xiyyeeffannoon oomisha bakka bu’oof kenname bu’aa argamsiisaa jira jedhe Ministeerri Indaastirii. Ministeerichi raawwii karooraa baatiiwwan jahan…