Obbo Ahimad Shideen Daayrektara Olaanaa Manajimantii Baankii Addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 18, 2018 (FMC) – Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shideen Daayrektara Olaanaa Manajimantii Baankii Addunyaa Weenkaay Zhaang waliin mari’ataniiru.…