Yaadannoon Injifannoo Adwaa Sanbata dhufurraa eegalee daawwattootaaf banaa ta’a
Finfinnee, Bitootessa 5, 2016 (FBC)- Yaadannoon Injifannoo Adwaa Sanbata dhufurraa eegalee daawwattootaaf banaa akka ta’u Daayrektarri Yaadannichaa Injiinar Wubaayyoo Maammoo ibsan.…