Bakka Dooktar Abiy argamanitti Giddugalli Haaromsaa fi Gaabbisa Ogummaa Birrii biiliyoona 3.1’n…
Finfinnee, Bitootessa 5, 2016 (FBC)- bakka Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad argamanitti Pirojektiin Giddugala Haaromsaa fi Gabbisa Ogummaa Dubartootaa Finfinnee Kutaa Magaalaa…