Oduu biyya keessaa Gumiin Bokkoo Seera aadaa lallabe Debela Tadesse Feb 16, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 8, 2016 (FBC)- Gumiin Ardaa Jilaa Me'ee Bokkoo sirna walharkaa fuudhiinsa Baallii Gujii marsaa 75ffaa gumii guyyaa 2ffaan seeraa aadaa lallaabe. Gadaa…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Silashii Baqqalaan Miseensa Kongirasii Jiinaataan Jaaksan waliin mari’atan Debela Tadesse Feb 16, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 8, 2016 (FBC)-Ameerikaatti Ambaasaaddarrii Itiyoophiyaa Silashii Baqqalaan miseensoaa kongirasii ameerikaa Joonaattaan Jaaksaan waliin mari’ataniiru. Marii…
Oduu biyya keessaa Walga’iin Hojii Raawwachiiftoota Gamtaa Afrikaa 44ffaan xumurame Sifen Megersa Feb 16, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 8, 2016 (FBC) - Walga'ii Idileen Hojii Raawwachiiftoota Gamtaa Afrikaa 44ffaan har'a obboroo xumurameera. Raawwachiiftoonni kunneen Guraandhala 6 - 7, 2016 magaalaa…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni biyyoota garaagaraa Yaa’ii Gamtaa Afrikaa 37ffaarratti hirmaachuuf Finfinnee… Sifen Megersa Feb 16, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 8, 2016 (FBC) - Hoggantoonni biyyoota garaagaraa Yaa'ii Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 37ffaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaa jiru. Pireezidaantiin Naayijeeriyaa…
Idil Addunyaa Koomishiniin Awurooppaa deeggarsa namoomaaf Yuuroo biiliyoona 1.8 ifoomse Debela Tadesse Feb 15, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2016 (FBC)-Komishiniin Awurooppaa deeggarsa namoomaa biyyoota garaagaraaf kan oolu Yuuroo biiliyoona 1.8 raggaasise. Addunyaarraattii bara 2024’tti…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni biyyoota garaagaraa Yaa’ii Gamtaa Afrikaa 37ffaarratti hirmaachuuf Finfinnee seenuu… Sifen Megersa Feb 15, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2016 (FBC) – Hoggantoonni biyyoota garaagaraa Yaa’ii Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 37ffaarratti hirmaachuuf Finfinnee seenuu eegalaniiru. Pireezidaantiin Sudaan…
Oduu biyya keessaa Mariin ummata waliin gaggeeffamu rakkoolee biyyaalessaa furuuf qooda olaanaa qabu – Dooktar Alamuu… Sifen Megersa Feb 15, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2016 (FBC) – Mariin ummata waliin gaggeeffamu rakkoolee naannolee fi biyyaalessaa furuuf qooda olaanaa qabaachuu Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii…
Oduu biyya keessaa Kennaa uumamaa qabnu gara misoomaatti jijjiiruun hiyyummaa keessaa ba’uuf hojjetamuu qaba – Obbo… Sifen Megersa Feb 15, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2016 (FBC) – Kennaa uumamaa qabnu gara misoomaatti jijjiiruun hiyyummaa keessaa ba’uuf hojjetamuu qaba jedhan Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee…
Oduu biyya keessaa Gaaffilee ummataaf deebii gahaa kennuun egeree fooyya’aa uumuuf kutannoon hojjetama-Dooktar Iyyoob… Debela Tadesse Feb 15, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2016 (FBC)- Gaaffilee ummataarraa ka’aniif deebii gahaa kennuun egeree fooyya’aa uumuuf mootummaan kutannoon hojjechaa jiraachuu Ministir Deetaan Ministeera…
Oduu biyya keessaa Lallabni Gumii Bokkoo Eegalame Debela Tadesse Feb 15, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2016 (FBC)- Walharkaa fuudhiinsa Baallii Gadaa Harmuufaa Irraa Gara Gadaa Roobalee qaxxaamuruuf Lallabni Gumii Bokkoo eegalame. Baalli Gujii Marsaa…