Oduu biyya keessaa Waltajjiin marii ummataa magaalota 20’tti gaggeeffamaa jira Debela Tadesse Feb 15, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2016 (FBC)- Guyyaa har’aa magaalotaa naannolee garaagaraa biyyattii 20tti waltajjiin marii ummataa gaggeeffamaa jira. Waltajjichi mata duree…
Oduu biyya keessaa Ministiroonni Dhimma Alaa Afrikaa fi Ambaasaaddaroonni Yaadannoo Adwaa daawwatan Debela Tadesse Feb 14, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2016 (FBC)- Ministirootaa Dhimma Alaa Afrikaa fi Ambaasaaddaroonni biyyoota garagaraa Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwataniiru Sagantaa…
Oduu biyya keessaa Borurra eegalee daandileen konkolaattotaaf cufaa ta’an ifooman Debela Tadesse Feb 14, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2016 (FBC)- Borurraa eegalee Yaa’ii Gamtaa Afrikaa 37ffaa Fi Walga’ii Idlee Mana Maree Raawwachiisatotaa 44ffaan hanga xumuramutti daandilee konkolaattotaaf…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Taayyeen Ministiroota Dhimma Alaa biyyoota garaagaraa waliin mari’atan Debela Tadesse Feb 14, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2016 (FBC)- Ministirri Dhimma Alaa Ambaasaddar Taayyee Atsqasillaaseen Ministiroota Dhimma Alaa Rippaabilikii Giddugaleessa Afrikaa fi Poorchugaal waliin…
Oduu biyya keessaa Marii ummataa boru gaggeeffamuuf qondaaltonni mootummaa M/Dirree Dhawaa galan Debela Tadesse Feb 14, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2016 (FBC)- Marii ummataa boruu gaggeeffamuuf qondaaltonni mootummaa Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dhawaa galaniiru. Waltajjiiin mari ummataa mata…
Oduu biyya keessaa Hanga ammaatti biqiltuun Avokaadoo Sanyii Filatamaa miiliyoona 15.7 qophaa’uu Biirichi… Debela Tadesse Feb 14, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2016 (FBC)- Bara kana biqiltuu muduraa gosa adda addaa qopheessuuf karoorfamee hojjetamaa jiruun biqiltuu Avokaadoo Sanyii Filatamaa miiliyona 15.7 ol qophaa’uu…
Ispoortii Yooseef Gabrawaldi Leenjisaa Garee Kubbaa Miilaa Dubartoota Biyyaleesaa ta’uun muudaman Debela Tadesse Feb 14, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2016 (FBC)- Yooseef Gabrawaldi Leenjisaa Garee Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaleesaa umurii 20 gadii ta’uun muudamaniiru. Gariichi dorgommii Waanca…
Oduu biyya keessaa Jilli Qondaaltota olaanoo Federaalaatiin durfamu hojiilee misoomaa Naannoo Hararii daawwate Debela Tadesse Feb 14, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2016 (FBC)- Jilli Mana Marii Bakka Bu'oota Ummataatti waamamaa mootummaa Obbo Tasfaayee Beeljigeen durfamu Naannoo Hararii hojiilee misoomaa jallisii…
Idil Addunyaa Bara Faranjootaa 2028’tti Diinagdeen BRICS kan biyyoota garee torbaa ni caala jedhame Debela Tadesse Feb 14, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2016 (FBC)- Waggoottan dhufan afran keessatti qoodni oomisha waliigalaa biyyaa keessaa biyyoota miseensa garee BRICS kan Biyyootaa garee torbaa caaluu akka…
Oduu biyya keessaa Walisootti Pirojektiin Bishaan dhugaatii Birrii miiliyoona 371’n ijaaramaa jira Debela Tadesse Feb 14, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 6, 2016 (FBC)- Magaalaa Walisootti pirojektiin bishaan dhugaatii birrii miliyoona 371 ijaaramaa jiraachuun ibsame. Pirojektiin kun gaaffii yeroo…