Jilli Qondaaltota olaanoo Federaalaatiin durfamu hojiilee misoomaa Naannoo Hararii daawwate
Finfinnee, Guraandhala 6, 2016 (FBC)- Jilli Mana Marii Bakka Bu'oota Ummataatti waamamaa mootummaa Obbo Tasfaayee Beeljigeen durfamu Naannoo Hararii hojiilee misoomaa jallisii…