Oduu biyya keessaa Komishinichi sadarkaa ajandaa filachuurra ga’uu ibse Debela Tadesse Feb 12, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 4, 2016 (FBC)- Komishiniin Marii Biyyaalessaa boqonnaa jalqabaa xumuruun sadarkaa ajandaa filachuurra ga’uu beeksise. Komishinichi ibsa kenneen, hojiilee hanga…
Oduu biyya keessaa Naannichatti nageenya waaressuun misooma itti fufsiisuuf tokkummaa fi murannoon hoggansaa… Sifen Megersa Feb 12, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 4, 2016 (FBC) – Itti Aanaan Ministira Muummee FDRI Obbo Tamasgeen Xirunaan hoggantoota olaanaa naannoo Amaaraa waliin marii gaggeessaa jiru. Marii gaggeeffamaa…
Oduu biyya keessaa Godambaan Adwaa Borurraa eegalee daawwattootaaf banaa ta’a Debela Tadesse Feb 12, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 4, 2016 (FBC)- Godambaan Yaadannoo Injifannoo Adwaa Borurraa eegalee daawwattootaaf banaa akka ta’u Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen…
Oduu biyya keessaa Guyyoota kurnan itti aanan haalli qilleensaa Rooba uumuuf gumaacha qabu cimee itti fufa jedhame Sifen Megersa Feb 12, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 4, 2016 (FBC) – Guyyoota kurnan itti aanan haalli qilleensaa Rooba uumuuf gumaacha qabu cimee kan itti fufu ta’uu Inistiityuutiin Raaga Haala Qilleensaa Itiyoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Rasaasni yakka shororkeessummaaf ooluuf ture to’atame Sifen Megersa Feb 12, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 4, 2016 (FBC) – Rasaasni Kilaashin Koovii yakka shororkeessummaaf ooluuf ture kumni 5 fi 426 to’atamuu Poolisiin Federaala beeksise. Rasaasni yakka…
Oduu biyya keessaa MM Dooktar Abiy Buufata Xiyyaaraa Magaalaa Godee eebbisiisan Debela Tadesse Feb 12, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 4, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Buufata xiyyaaraa Magaalaa Godee eebbisiisaniiru. Dooktar Abiy, “Buufata Xiyyaaraa Ugaaz Miiraad, Naannoo…
Ispoortii Kootdiivaar yeroo 3ffaaf Waancaa Afrikaa injifatte Debela Tadesse Feb 12, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 3, 2016 (FBC)-Tapha Waancaa Afrikaa 34ffaa har'a gaggeeffameen Kootdiivaar galchii 2 fi 1'n Naayijeeriyaa injifatteetti. Kootdivaar kanaan dura bara Faranjootaa…
Oduu biyya keessaa Adwaan Injifannoo addunyaa walga’eedha-Pir. Saahilawarqi Debela Tadesse Feb 11, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 3, 2016 (FBC)-Adwaan biyyaa fi Ardiirra darbee injfannoo addunyaa walga’eedha jedhan Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen ibsan. Sirna eebbaa Yaadannoo…
Oduu biyya keessaa Adwaa gatii dhabsiisuun lafee fi dhiiga abbootii gatii dhabsiisudha-MM Dooktar Abiy Ahimad Debela Tadesse Feb 11, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 3, 2016 (FBC)- Yaadannoo Injifannoo Adwaa gatii dhabsiisuun dhiigaa fi lafee abbootii gatii dhabsiisuu akka ta’uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad…
Oduu biyya keessaa Yaadannoon Adwaa hanqinaa fi dogoggora seena kan guutuu fi qajeelchudha-Aadde Adaanech Debela Tadesse Feb 11, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 3, 2016 (FBC)- Yaadannoon injifannoo Adwaa hanqinaa fi dogoggora seenaa kan guutuu fi qajeelchu, cabiinsa kan wal’aanuudhas jedhan Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa…