Ijaarsa manneen 70/30’f kanneen Waldaan gurma’an ijaarsa akka jalqaban waamichi dhiyaate
Finfinnee, Amajjii 28, 2016 (FBC)- Ijaarsaa manneen 70/30’f jiraattoonni waldaan gurmaa’uun lafa fudhatan ijaarsa akka eegalan Biiroon Bulchiinsaa fi Misooma Manneenii Bulchiinsa Magaalaa…