Naannoon Afaar hambaalee injifannoo Adwaan hidhata qaban bulchiinsa magaalaa Finfinneef gumaache
Finfinnee, Amajjii 29, 2016 (FBC) –Mootummaan Naannoo Afaar hambaalee injifannoo Adwaan hidhata qaban bulchiinsa magaalaa Finfinneef gumaacheera.
Hogganaan Biiroo Aadaa fi Turizimii…