Agarsiisni oomisha qonnaa Itiyoophiyaa beeksisu Dohaatti baname
Finfinnee, Mudde 3, 2016 (FBC) – Agarsiisni oomisha qonnaa Itiyoophiyaa beeksisu Kuwaatar Dohaatti banameera.
Agarsiisa oomishaalee Muduraa fi Kuduraa idil addunyaa Kuwaatar Dohaatti…