Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii qoqqoobbii meeshaalee waraanaa waggoota 30 oliif Somaaliyaarra…
Finfinnee, Sadaasa 22, 2016 (FBC) – Manni Maree Nageenyaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii qoqqoobbii meeshaalee waraanaa waggoota 30 oliif Somaaliyaarra kaa'ee ture kaasuu ibseera.…