Ijaarsa Mana Barumsaa Artisti Alii Birraaf dhagaan bu’uuraa kaa’ame
Finfinnee, Sadaasa 21, 2016 (FBC)- Ijaarsa Mana Barumsaa Yaadannoo Dooktara Kabajaa Artisti Alii Birraaf Dirree Dhawaatti Dhagaan Bu’uuraa Kaa’ame.
Saganticharrattis Kantiibaan Mgaalaa…