Ispoortii Maanchiister Yuunaayitiid Ruuban Amooriimin gaggeesse Sifen Megersa Jan 5, 2026 0 Finfinnee, Mudde 27, 2018 (FMC) – Maanchiister Yuunaayitiid leenjisaa isaa Ruuban Amooriimin gaggeesseera. Yuunaayitiid baatiwwan 14 booda lammii Poorchuugaal Ruuban Amooriim…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech Abeebeen Ayyaana Qillee sababeeffachuun Maaddii qoodan Tsehay Guluma Jan 5, 2026 0 Finfinnee, Mudde 27, 2018 (FMC) – Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Ayyaana Qillee sababeeffachuun Jiraattoota magaalichaa kuma 300 oliif maaddii qoodaniiru.…
Biiznasii Magaalichatti Ayyaana Qillee sababeeffachuun meeshaaleen qonnaafi indaastirii gahaan jiru Ayana Dheressa Jan 5, 2026 0 Finfinnee, Mudde 27, 2018 (FMC) – Magaalaa Jimmaatti Ayyaana Qillee sababeeffachuun meeshaaleen qonnaafi indaastirii gabaawwan 12’tti dhiyaachaa jiru. Shamattoonni Faanaa Miidiyaa…
Ispoortii Waancaa Afrikaan har’a taphoonni mo’anii darbuu lama ni taphatamu Sifen Megersa Jan 5, 2026 0 Finfinnee, Mudde 27, 2018 (FMC) – Waancaa Afrikaa 35ffaa qopheessummaa Moorokoon gaggeeffamaa jiruun har’a taphoonni mo’anii darbuu lama ni taphatamu. Galgala sa’aatii 1:00 jalqabee…
Teeknooloojii Dhaloota Teeknooloojiin ga’oome horachuuf hojjetamaa jira – Bulchiinsa magaalichaa Sifen Megersa Jan 5, 2026 0 Finfinnee, Mudde 27, 2018 (FMC) – Dhaloota Teeknooloojiin ga’oome horachuuf hojjechaan jira jedhe Waajjirri Barnootaa Bulchiinsa Magaalaa Shaggar. Dhaloota beekkumsaan gahoome, dandeettii…
Oduu biyya keessaa Gadaan Kaarrayyuu Tuutni Michillee Buttaa qale Yonatan Birhanu Jan 5, 2026 0 Finfinnee, Mudde 27, 2018 (FMC) - Gadaan Karrayyuu Tuutni Michille aanaa Fantaallee ardaa jilaa Tarree Lediitti guyyaa har'aa barii barraaqa sirna Buttaa Qaluu raawwate. Sirni buttaa…
Oduu biyya keessaa Hayyummaan gaaffiif qophii ta’uu qaba – Dooktar Abiy Ahimad Yonatan Birhanu Jan 4, 2026 0 Finfinnee, Mudde 26, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad hayyummaan dandeettii gaaffiif qophii ta'uu fi gaafachuuti jedhan. Dooktar Abiy ayyaana hundeeffama waggaa 75ffaa…
Oduu biyya keessaa Ergaa Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimad Yonatan Birhanu Jan 4, 2026 0 Finfinnee, Mudde 26, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad daawwannaa Waajjira Muummee Baabura Itiyoo Jibuutiitti geggeessan ilaalchisuun ergaa dabarsaniiru. Ergaan fuula…
Ispoortii Maanchister Yunaayitid fi Liidsi Yunaayitid qixa ba’an Yonatan Birhanu Jan 4, 2026 0 Finfinnee, Mudde 26, 2018 (FMC)- Tapha piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 20ffaan Maanchister Yunaayitid fi Liidsi Yunaayitid 1-1'n qixa ba'an. Maanchister Yunaayitidiif Maatiyaas…
Oduu biyya keessaa Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad waajjira Muummee Baabura Itiyoo- Jibuutii daawwatan Yonatan Birhanu Jan 4, 2026 0 Finfinnee, Mudde 26, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad waajjira Muummee Baabura Itiyoo- Jibuutii daawwataniiru. Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad guyyaa har'aa…