Loltummaan gootummaa fi naamusa gaarii uffachuun gufuuwwan utuu hinsodaanne cichoominaan dhaabachuu…
Finfinnee, Mudde 26, 2018 (FMC)- Loltummaan gootummaa fi naamusa gaarii gonfachuun gufuuwwan uumamaa fi namtolchee utuu hinsodaatin cichoominaan dhaabchuu gaafata jedhan Ajajaan Ajaja Duula…