Itiyoophiyaatti carraan hojii invastimantiirratti bobba’uu abbootii qabeenyaa Paakistaan bal’aatu…
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2016 (FBC)- Ambaasaaddarri Paakistaan Miyaan Atiif Itiyoophiyaatti carraan hojii invastimantiirratti bobba’uu abbootii qabeenyaa biyya isaanii bal’aan akka jiru…